Yunivasiitiiwwan bakka yaadni walabaa itti madduu fi biyyaa fayyadu ta’uu qaba- Piroof. Biraanuu Naggaa
AMN PLUS- Guraandhala 28/2017 Yunivasiitiiwwan bakka yaadni walabaa itti madduu fi biyyaa fayyadu ta’uu akka qabu Minitirri Barnoota Pirof. Biraanuu Naggaa dubbatan. Hoggantoonni olaanoo Ministeera Barnootaa hoggantoota Yunivarsiitii Dembidooloo fi…