Pireezidaanti Taayyeen Yuuweerii Muuseeveenii waliin mari’atan
AMN PLUS- Amajjii 4, 2017 Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Ugaandaa Yuuweerii Muuseeveenii waliin dhimmoota waloorratti mari'ataniiru. All reactions: 3535
AMN PLUS- Amajjii 4, 2017 Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Ugaandaa Yuuweerii Muuseeveenii waliin dhimmoota waloorratti mari'ataniiru. All reactions: 3535
Finfinneerraa KM 40 qofa fagaatee dawoo haara galfannaa turistootaa ta'eera
AMN PLUS- Amajjii 4/ 2017 Fiigicha Maaraatoonii har'a barii Dubaayitti gaggeeffammeen Atileetoonni Itoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu 1ffaa hanga 10ffaa bahuun xumuran. Dorgommii Atileetoota dhiiraa gidduutti gaggeeffame Atileet Buutee Gammachuu sa'aatii 2…
AMN PLUS- Amajjii 3/2017 Jilli Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu biyya Ruwaandaa Magaalaa Kiigaaliitti argamuun waltajjii muuxannoo waljijjiirrafi daawwannaa hojiilee misooma magaalaa garaagaraa irratti argameera. Waltajjiiwwan kanneen…
AMN PLUS - Amajjii 2/2017 Taateen Kaleessa galgala Naannoo Kibbaa fi Kibba Lixa Itoophiyaatti mul’ate caccabaa hawaa ykn dhagaa miitiyoor kan fakkaatu ta’uu Waldaan Saayinsii Hawaa Itoophiyaa beeksiseera. Gara kibba…
AMN- Amajjii 1/2017 Labsiin Sirna bittaa fi gurgurtaa oomishaalee boba’aa hojii-maata ammayyaa kan cimsuu fi itti gaafatamummaa kan guddisuu ta’uu isaa Daarektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa Boba’aa fi Inarjii Aadde Saaharallaa…
AMN - Muddee 30/2017 Walgahii idilee 14ffaa waggaa 4ffaa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa marsaa 6ffaa guyyaa boruu ni gaggeeffama. Manni marichaa walgahii idilee isaa kanaan wixinee labsii sirna daldalaa…
AMN - Muddee 30/2017 Inistiitiyuutiin Artefishaal Intelejensii Itoophiyaa meeshaa bu'aa elektirookaardiyoogiraafii (ECG) dubbisuun dhukkuba onnee adda baasuu danda'u qopheesuu beeksiseera. Inistiitiyuutichatti ogeessa ogeessa fayyaa kan ta’an Doktar Taarikuu Fiqaaduu akka…
Ibsi gatii gurgurtaa oomishaalee boba’aa ilaalchisee Mudde 29/ 2017 irraa kaasee hojiirra oolu Manni Maree Ministirootaa Mudde 20, 2017, idilee oomishaalee boba’aa irratti walga’ii gaggeessen, gatiin gurgurtaa oomishaalee boba’aa, kan…