Affaar ummata jabaafi walabummaa Biyyaaf gumaacha guddaa kaffaledha- Obbo Adam Faaraah
AMN PLUS- Sadaasa 6/2018 "Fooramiin Magaalota Itoophiyaa 10ffaan Naannoo Affaar Magaalaa Samaraa Loogiyaatti kabajamuun Affaar ummata jabaafi walabummaa Biyyaaf gumaacha guddaa kaffale ta'uu kan yaadachiisudha" jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti…