Warshaan Warqii Kumruuk Baha Afrikaatti isa guddicha ta’a- MM Abiyyi Ahimad (PhD)
AMN PLUS - Hagayya 18/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Warshaan Warqii Kumruuk Baha Afrikaa keessatti isa guddaa ta’uu danda’a jedhan. Warshaan kun naannoo Beenishaangul Gumuz keessatti kan argamu yoo…