Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) afraffaa fi qaama hojii tola ooltummaa gannaa kan ta’e hojii misooma kooriidarii baadiyyaa naannoo jiddugala Itiyoophiyaa Godina Silxee Aanaa Hulbarag Ganda Warabet Shamaatti jjaarsa mandara jireenyaa moodeela qonnaan bultootaa jalqabsiisan

AMN PLUS Caamsa 26/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) afraffaa fi qaama hojii tola ooltummaa gannaa kan ta’e hojii misooma kooriidarii baadiyyaa naannoo jiddugala Itiyoophiyaa Godina Silxee Aanaa Hulbarag Ganda…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) afraffaa fi qaama hojii tola ooltummaa gannaa kan ta’e hojii misooma kooriidarii baadiyyaa naannoo jiddugala Itiyoophiyaa Godina Silxee Aanaa Hulbarag Ganda Warabet Shamaatti jjaarsa mandara jireenyaa moodeela qonnaan bultootaa jalqabsiisan

Hojiin Misoomaa koriidariifi misoomaa qarqara lageenii hojjetamaa jiru balaa lolaan wal qabatee mudachaa ture akka hir’ise himame

AMN PLUS- Caamsaa 26/2017 Hojiin Misoomaa koriidariifi misoomaa qarqara lageenii hojjetamaa jiru balaa lolaan wal qabatee mudachaa ture akka hir’isa jiraachu isaa himame Komiishiniin Hooggansa Sodaa balaafi Ibiddaa damee kutaa…

Continue ReadingHojiin Misoomaa koriidariifi misoomaa qarqara lageenii hojjetamaa jiru balaa lolaan wal qabatee mudachaa ture akka hir’ise himame

Hojiin Kooridarii jireenya hawaasa baadiyyaa fooyyessuuf eegalame bakka hundumatti babala’achaa akka jiru Mistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) himan

AMN PLUS- Caamsaa 25/2017 Hojiin Kooridarii jireenya hawaasa baadiyyaa fooyyessuuf eegalame bakka hundatti babala’achaa akka jiru Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) himaniiru. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) guyyaa har’a Naannoo…

Continue ReadingHojiin Kooridarii jireenya hawaasa baadiyyaa fooyyessuuf eegalame bakka hundumatti babala’achaa akka jiru Mistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) himan

Hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee keessatti hojjetamaniifi hojjetamaa jiran agarsiiftuu bu’ura jijjiiramaati- Abbootii Amantaa

AMN PLUS- Caamsaa 22/2017 Phaphaasonniifi Miseensonni Sinoodosii Mana Amantaa Ortoodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa hojiilee misoomaa Magaalaa Finfinnee keessatti hojjetaman dawwataniiru. Abbootiin Mana Amantaa Ortoodoksi Tawaahidoo Itoophiyaa kunneen pirojeektota misoomaa Magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingHojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee keessatti hojjetamaniifi hojjetamaa jiran agarsiiftuu bu’ura jijjiiramaati- Abbootii Amantaa

Ogeeyyiin miidiyaa Godina Baaleetti hojiilee misoomaa daawwwtaa jiru

AMN PLUS Caamsaa 21/2017 Ogeeyyiin miidiyaa Godina Baaleefi Magaalaa Roobeetti argamuun hojiilee misoomaa garagaraa daawwataniiru. Ogeeyyiin kunneen Ijaarsa pirojektii bishaan dhugaatii Magaalaa Roobee Xumuramaa jiru daawwataniiru. Hooggantuun Biiroo Bishaaniifi Inarjii…

Continue ReadingOgeeyyiin miidiyaa Godina Baaleetti hojiilee misoomaa daawwwtaa jiru

Naannoo Oromiyaatti waliingahiinsa bishaanii mirkaneessuuf hojiiwwan hojjetamaa jiran abdachiisadha- Biiroon Bishaanii fi Inarjii

AMN Plus- Caamsaa 20/2017 Naannoo Oromiyaatti waliingahiinsa bishaanii mirkaneessuuf hojiiwwan hojjetamaa jiran abdachiisaa ta’uu Biiroon Bishaaniifi Inarjii Naannichaa beeksiseera. Ogeeyyiin miidiyaa qindeessummaa Biiroo Bishaaniifi Inarjiifi Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaatiin pirojektoota dhiyeessii…

Continue ReadingNaannoo Oromiyaatti waliingahiinsa bishaanii mirkaneessuuf hojiiwwan hojjetamaa jiran abdachiisadha- Biiroon Bishaanii fi Inarjii

Humna keessoo cimsuufi omishtummaa guddisuun birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Obbo Adam Faaraah ibsan

AMN PLUS Caamsaa 11/2017 Humna keessoo cimsuufi omishtummaa guddisuun birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Sadarkaa Ministira Muummee Ittaanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pireezidaantii Ittaanaan Paartii…

Continue ReadingHumna keessoo cimsuufi omishtummaa guddisuun birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Obbo Adam Faaraah ibsan

Dameeleen dureeyyii biyya alaaf cufamanii turan banamuunsaanii invastimantii kallattii alaa guddisaa jira – Ministiroota

AMN PLUS - Caamsaa 04/2017 Dhaabbilee misoomaa mootummaa dabalatee dameeleen Invastimantii dureeyyii biyya alaaf cufamanii turan banamuunsaanii invastimantiin kallattii alaa akka guddatu taasisuusaa ministiroonni ibsan. Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaasee, hooggantoonni…

Continue ReadingDameeleen dureeyyii biyya alaaf cufamanii turan banamuunsaanii invastimantii kallattii alaa guddisaa jira – Ministiroota

Balfa Magaalaa Finfinneerraa madduu gara humna haaromeetti jijjiruuf waligalteen mallatteeffame

AMN PLUS- Ebla 16/2017 Waliigaltichi Garee Inarjii Shaanzhii, Dhaabbata Biyyaalessa Elekirikii Injinaringii Chaayinaa fi Dhaabbata Koovinaant Injinarigii Jarmanii gidduutti mallatteffame. Waliigaltichi Magaalaa Finfinnee naannoo Raphii bakka itti balfi gatamu gara…

Continue ReadingBalfa Magaalaa Finfinneerraa madduu gara humna haaromeetti jijjiruuf waligalteen mallatteeffame

Buufanni madda anniisaa Gibe 3 baatii sagal darban sa’aatii giigaa waatii kuma 5 fi 430 ol maddisiiseera-Humna Elektiriikii Itoophiyaa

AMN PLUS- Ebla 16/2017 Buufanni Humna Elektirikii Itoophiyaa Gibee 3 ji’oota sagal darban keessatti humna ibsaa sa’aatii giigaa waatii kuma 5 fi 430 ol maddisiisuu beeksise. Hojii gaggeessaan oppireeshinii buufatichaa…

Continue ReadingBuufanni madda anniisaa Gibe 3 baatii sagal darban sa’aatii giigaa waatii kuma 5 fi 430 ol maddisiiseera-Humna Elektiriikii Itoophiyaa