Baankiin Addunyaa ijaarsa sirna geejjibaa ammayyaa Finfinnee akka deeggaru ibse

AMN PLUS, Guraandhala 10, 2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Baankii Addunyaatti Itti Aantuu pireezidaantii Damee Bahaa fi Kibba Afrikaa Dooktar Viktooriyaa Kowaakowaa waliin marii bu'a qabeessa taasisuu ibsaniiru.…

Continue ReadingBaankiin Addunyaa ijaarsa sirna geejjibaa ammayyaa Finfinnee akka deeggaru ibse

Pirojektiin misooma qarqara laggeenii Inxooxxoo haga ammaatti lafa hektaara 300 misoomseera

AMN PLUS- Guraandhala 10, 2017 Jiilli Miseensota Mana Maree Magaalaa Finfinnee Af-Yaa'ii Mana Marichaa Aadde Buzeenaa Alkadiriin duurfamu Hojiilee Misoomaa Magaalichatti hojjatamaa jiran daawwate. Miseensonni Mana Marichaa Piroojaktii Misooma Qarqara…

Continue ReadingPirojektiin misooma qarqara laggeenii Inxooxxoo haga ammaatti lafa hektaara 300 misoomseera

Yaa’iin Gamtaa Afrikaa milkiin xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa beeksise

AMN PLUS- Guraandhala 10, 2017 Yaa’ii Idileen Gamtaa Afrikaa 38ffaa fi Walga’ii Idilee 46ffaan Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu milkiin xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa beeksiseera. Nageenya Magaalaa Finfinnee caalmaatti cimsuun, Sochiin…

Continue ReadingYaa’iin Gamtaa Afrikaa milkiin xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa beeksise

Dorgommiin moodeelota Afrikaa har’a Finfinneetti gaggeeffama

AMN PLUS- Guraandhala 8, 2017 Dorgommiin xumuraa moodeelota Afrikaa 5ffaan har'a Finfinnee Addabaabaayii Michummaatti gaggeeffama. Dorgommiin kun Itoophiyaatti yeroo jalqabaaf kan qophaahe yoo ta'u moodelonni biyyoota Afriikaa 6 xumuraaf gahaniiru.

Continue ReadingDorgommiin moodeelota Afrikaa har’a Finfinneetti gaggeeffama

Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa har’a Finfinneetti eegalama

AMN PLUS- Guraandhala 8, 2017 Yaa'iin 38ffaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaa har'aa fi Boru Magaalaa Finfinneetti gaggeeffama. Yaa'icharratti hirmaachuuf Dureewwan biyyoota Afrikaa garaagaraa, Barreessaa Olaanaa Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutarez dabalatee Hoggantoonni…

Continue ReadingYaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa har’a Finfinneetti eegalama

Kaabineen magaalaa Finfinnee ajandaalee lamarratti murtoo dabarse

AMN PLUS- Guraandhala 7, 2017 Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee Walga’ii Idilee 8ffaa bara hojii 4ffaa taa’een ajandaalee lamarratti murtoo dabarseera. Haaluma kanaan wixinee labsii hojjetoota mootummaarratti mari’achuun Mana Maree bulchiinsa…

Continue ReadingKaabineen magaalaa Finfinnee ajandaalee lamarratti murtoo dabarse

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Ministirri Muummee Baarbaadoos Miyaa Moteellii Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwachiisan

AMN PLUS- Guraandhala 6, 2017 Ministirri Muummee Baarbaadoos har'a Finfinnee dhufan Miiyaa Mootaliin Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwachuun Abaaboo yaadannoo kaa'aaniiru. Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Miiyaa Mootaliin simachuun Yaadannoo…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Ministirri Muummee Baarbaadoos Miyaa Moteellii Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwachiisan

Itiyoo Telekoom ji’oottan jahan darban galii birrii biiliyoona 61 ol argate

AMN PLUS- Guraandhala 05, 2017 Itiyoo Telekoom bara baajataa 2017 ji'oottan jahan jalqabaatti galii birrii biiliyoona 61 ol argachuu beeksiseera. Hoji Raawwachiiftuu olaantuun Dhaabbata Itiyoo Telekoom Firehiwoot Taammiruu raawwii hojii…

Continue ReadingItiyoo Telekoom ji’oottan jahan darban galii birrii biiliyoona 61 ol argate

Qaamolee Eeyyamaan ala Finfinnee fi naannawaasheetti Dirooniin Suuraa kaasanirratti tarkaanfiin fudhatamaa jiraachuun ibsame

AMN PLUS- Guraandhala 5, 2017 Qaamolee eeyyamaan ala Finfinnee fi naannawaasheetti Dirooniin Suuraa kaasanirratti tarkaanfiin fudhatamaa jiraachuu Tajaajjilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa ibse. Tajaajilichi ibsa miidiyaaleef ergeen, Magaalaa Finfinnee fi Naannawaasheetti…

Continue ReadingQaamolee Eeyyamaan ala Finfinnee fi naannawaasheetti Dirooniin Suuraa kaasanirratti tarkaanfiin fudhatamaa jiraachuun ibsame

Yaa’ii tibbanaaf Hoteelota 38fi hospitaalota 7 irratti too’annoofi hordoffiin taasifameera- Abbaa Taayitaa Nyaataafi Qorichaa Finfinnee

AMN PLUS- Guraandhala 05, 2017 Abbaan Taayitaa Nyaataafi Qorichaa Magaalaa Finfinnee Yaa'ii Gamtaa Afrikaaf hoteelota sadarkaa qaban 38fi hospitaalota 7 adda bahan irratti too'annoofi hordoffii barbaachisu taasisuun qophii barbaachisaan taasifamuu…

Continue ReadingYaa’ii tibbanaaf Hoteelota 38fi hospitaalota 7 irratti too’annoofi hordoffiin taasifameera- Abbaa Taayitaa Nyaataafi Qorichaa Finfinnee