Mootummaan Damee Industirii Oomishaa cimsuuf deeggarsa cimaa taasisaa jira- Obbo Jaanxiraar

AMN PLUS- Sadaasa 29/2018 Mariin kutaalee hawaasa Indastirii Oomishaarratti bobba'an hirmaachise Mata duree "Indastiriin Oomishaa Guddina Biyyaaf" jedhuun Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti taa'amaa jira. Kantiibaa Itti Aanaafi Hogganaan Biiroo Misooma…

Continue ReadingMootummaan Damee Industirii Oomishaa cimsuuf deeggarsa cimaa taasisaa jira- Obbo Jaanxiraar

“Akka Singaapoor osoo hin taane, akka Itoophiyaa ta’aa!”- Gaazexaa Keeniyaa

‎AMN PLUS- Sadaasa 29/2018 ‎Gaazexaan Keeniyaa "Istaandaard" jedhamu hojiilee misoomaa Finfinneetti saffisaan raawwatamaa jiran dinqisiifate. Misooma kooriidarii fi modeela misoomaa, ofitti amanamummaa Itoophiyaan hojjatamaa jiru dinqisiifateera. ‎Gaazexaan kun muuxannoon Itoophiyaa…

Continue Reading“Akka Singaapoor osoo hin taane, akka Itoophiyaa ta’aa!”- Gaazexaa Keeniyaa

Kaameraan uffata dambii hojjettoota galiiwwanii irratti hidhamuunsaa komii akkamiin furaa jira?

AMN PLUS - Sadaasa 29/2018 Kaffaltoota gibiraa Magaalaa Finfinneerra komii hoj-maataan walqabatee yeroo gara garaa ka'u furuuf Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee torbee darbe murtoowwan gurguddoo lama hojiirra oolcheera. Sadaasa 25 irraa…

Continue ReadingKaameraan uffata dambii hojjettoota galiiwwanii irratti hidhamuunsaa komii akkamiin furaa jira?

Bulchiinsi Magaalaa Finfinneefi Manni Maree Magaalaa Finfinnee beekamtii argatan

AMN PLUS- Sadaasa 28/2018 Manni Maree Federeeshinii Kabaja Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa 20ffaa akka milkaa'uuf Bulchiinsi Magaalaa Finfinneefi Manni Maree Magaalaa Finfinnee shoora taphataniif beekamtii kenne. Jala bultiin ayyaanichaa…

Continue ReadingBulchiinsi Magaalaa Finfinneefi Manni Maree Magaalaa Finfinnee beekamtii argatan

Aadaa hojii fooyya’aan badhaadhina mirkaneessina- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Sadaasa 28/2018 Leenjiin hoggantoota sadarkaa Aanaa qabiyyee "Ilaalama Mootummaa Ida'amuutiin Bu'aawwan Dameelee" jedhuun Finfinneetti kennamaa ture milkiin goolabamuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. ‎Hoggansi sanadoota leenjii…

Continue ReadingAadaa hojii fooyya’aan badhaadhina mirkaneessina- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Kantiibaa Adaanech naannawaa jiraattonni Piyaassaa duraanii Jiraatan daawwatan

AMN PLUS- Sadaasa 28/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Kutaa magaalaa Nifaas silki Laaftootti bakka jiraattoonni Piyaassaa duraanii jiraatan daawwataniiru. Aadde Adaanech gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, "Har'a ganama Kutaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech naannawaa jiraattonni Piyaassaa duraanii Jiraatan daawwatan

Hundumtuu jabaatee hojjanaan ol-ka’iinsi Itoophiyaa yeroo gabaabaatti milkaa’a- Geediyoon Ximootiwoos (PhD)

‎AMN PLUS- Sadaasa 27/2018 Magaalaa Finfinnee ‎Kutaa Magaalaa Lidataatti Mariin uummataa mata duree "Misraachoo Gubaa fi Bu'aa Mootummaa Ida'amuu" jedhuun adeemsifameera. ‎Ministirri Dhimma Alaa Geediyoon Ximootiwoos (PhD), mootummaan waggoota jijjiiramaa…

Continue ReadingHundumtuu jabaatee hojjanaan ol-ka’iinsi Itoophiyaa yeroo gabaabaatti milkaa’a- Geediyoon Ximootiwoos (PhD)

Finfinneetti kenniinsa tajaajilaan jijjiirama fiduuf hojjataa jirra-Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS-Sadaasa 26/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee “Magaalaa Finfinneetti kenniinsa tajaajilaanis akkuma hojiilee misoomaa biroo jijjiirama fiduuf hojjataa jirra” jedhan. Sirna dijitaalaa Galmee Siiviliifi kenniinsa tajaajila jiraattotaa daran…

Continue ReadingFinfinneetti kenniinsa tajaajilaan jijjiirama fiduuf hojjataa jirra-Kantiibaa Adaanech Abeebee

Kilaastarri jijjiirama hunda-galeessa Finfinnee itti fufsiisuuf dandeessisu hundeeffame

‎AMN PLUS-Sadaasa 25/2018 ‎Kilaastarri jijjiirama hunda-galeessa Finfinneetti galmaa'aa jiru itti fufsiisuu dandeessisu hundaa'uun hojiitti seene. Kilaastaroonni 7 itti waamamni isaa Waajjira Kantiibaaf ta'uun hundeeffamuu eerameera. ‎Hojmaata caaseffame cimsuun qulqullinaafi si'aa'ina…

Continue ReadingKilaastarri jijjiirama hunda-galeessa Finfinnee itti fufsiisuuf dandeessisu hundeeffame