Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii hojii ji’ottan 9 darbanii qorachu eegale
AMN PLUS- Ebla 20/2017 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii hojii ji’ottan 9 darbanii qorachuu eegaluu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsan. Kantiibaa Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin…