Qajeeltoo “Kalaqaafi Saffisaan” hojjechuun badhaadhina Itoophiya ni mirkaneessina- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Sadaasa 18/2018 Leenjiin hoggantoota olaanoofi giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Finfinneetti kennamaa ture karaa milkaa’aan goolabamuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. Leenjichi mata duree “Ilaalcha Mootummaa Ida’amuun,…

Continue ReadingQajeeltoo “Kalaqaafi Saffisaan” hojjechuun badhaadhina Itoophiya ni mirkaneessina- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Misoomni Magaalaa Finfinnee fayyadamummaa damee tuurizimii akka guddisu ibsame

‎AMN PLUS - Sadaasa 17/2018 ‎Fayyadamummaa damee tuurizimii gama hundaan mirkaneessuuf hojiin fakkeenyummaa qabu hojjetamaa akka jiru Hoggantootni Paartii Badhaadhinaa misooma Magaalaa Finfinnee daawwachaa jiran ibsan. ‎Hoggantootni Paartii Badhaadhinaa Sadarkaa…

Continue ReadingMisoomni Magaalaa Finfinnee fayyadamummaa damee tuurizimii akka guddisu ibsame

Misoomni magaalaa Finfinneetti hojjetame agarsiiftuu jalqabbii badhaadhinaa akka ta’e ibsame

‎AMN PLUS-Sadaasa/2018 ‎Hojiileen misoomaa magaalaa Finfinneetti hojjetame agarsiiftuu jalqabbii badhaadhinaa akka ta'e Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa muuxannoo qooddatan ibsan. ‎Hoggantoonni kunneen guyyoota darban leenjii hoggansaa fudhachaa kan turan yoo ta'u, daawwannaa…

Continue ReadingMisoomni magaalaa Finfinneetti hojjetame agarsiiftuu jalqabbii badhaadhinaa akka ta’e ibsame

Misoomni Finfinnee miidhaginaan dabalata jiraattotaaf bakka jireenyaa filatamtuu ishee taasisaa jiraachuu himame

AMN PLUS- Sadaasa 17/2018 Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Finfinneefi Federaalaa tibbana leenjii marsaa 2ffaa torbee tokkoof fudhachaa turan, Hojiiwwan Misoomaa magaalaa Finfinneetti hojjetamaa jiru daawwachaa jiru. Hoggantoonni kunneen daawwannichaan yaada…

Continue ReadingMisoomni Finfinnee miidhaginaan dabalata jiraattotaaf bakka jireenyaa filatamtuu ishee taasisaa jiraachuu himame

Finfinneetti manneen Kuma 300 ol ta’an fayyadamtootaaf dabarsamanii kennamanii jiru- Waajjira Kantiibaa

AMN PLUS-Sadaasa 16/2018 Bulchiinsi magaalichaa rakkoo dhiyeessii manaa furuuf qindoomina mootummaa, innisheetivii tola ooltototaafi namoota dhuunfaan ijaaran (misoomsitoota) waliin ta'uun manneen hedduu ijaaruun lammiileen akka fayyadaman taasisaa jiraachuu Waajjirri Kantiibaa…

Continue ReadingFinfinneetti manneen Kuma 300 ol ta’an fayyadamtootaaf dabarsamanii kennamanii jiru- Waajjira Kantiibaa

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Ministira Muummee Singaapoor Lawuransi Woongi Yaadannoo Injifannoo Adawaatti simachuun daawwachiisan

AMN PLUS- Sadaasa 15/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ministirri Muummee Singaapoor Lawuransi Woongi Yaadannoo Injifannoo Aduwaatti simachuun daawwachiisuu ibsan. Mr. Woongi gootota bilisummaa uummata gurraachaa mirkaneessuuf wareegaman yaadachuuf…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Ministira Muummee Singaapoor Lawuransi Woongi Yaadannoo Injifannoo Adawaatti simachuun daawwachiisan

Dorgommii jaallatamaafi hawwii guddaan eegamu Fiigichi Guddicha Itoophiyaa haala ho’aan gaggeeffameera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Sadaasa 14/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Fiigichi Guddichi Itoophiyaa sadarkaa idil-addunyaatti akka guddatuuf ni hojjenna jedhan. Aadde Adaanech Abeebeen ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, fiigicha…

Continue ReadingDorgommii jaallatamaafi hawwii guddaan eegamu Fiigichi Guddicha Itoophiyaa haala ho’aan gaggeeffameera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Jijjiiramaa booda manneen kuma 380 ijaaruun fayyadamtootaaf dabarsineerra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Sadaasa 13/2018 Magaalaa Finfinneetti jijjiirama booda manneen kuma 380 ijaaruun fayyadamtootaaf dabarfamuu Kantiibaa Adaanech Abeebee himan. Aadde Adaanech har'a manneen waliini Mandara Ashaaraa 1,287 eebbisuun fayyadamtootaaf dabarsuu eeran.…

Continue ReadingJijjiiramaa booda manneen kuma 380 ijaaruun fayyadamtootaaf dabarsineerra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Finfinnee Giddu Gala Tuurizimii Fayyaa taasisuuf hojiin eegalame baasii biyya alaa hambisa- Biiroo Fayyaa

‎AMN PLUS- Sadaasa 11/2018 ‎Magaalaa Finfinnee Giddu Gala Tuurizimii Fayyaa taasisuuf hojiin eegalame yaalii fooyya'aaf biyya alaatti dhibamtoota erguu waan hambisuuf baasii biyya alaa akka hambisu Hoggantuu Itti Aantuun Biiroo…

Continue ReadingFinfinnee Giddu Gala Tuurizimii Fayyaa taasisuuf hojiin eegalame baasii biyya alaa hambisa- Biiroo Fayyaa

Finfinneen Aadaa, Amantaafi Eenyummaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaaf dursa ni kennit- Aadde Buzeenaa Alkadir

‎AMN PLUS-Sadaasa 11/2018 ‎Magaalaan Finfinnee Aadaa, Amantaafi Eenyummaa Saboota magaalitti keessa jiraataniif dursa kennuun akka beekamtu Af-yaa'iin Mana Maree Magaalaa Finfinnee Aadde Buzeenaa Alkadir ibsan. ‎Manni Maree Magaalaa Finfinnee Ayyaana…

Continue ReadingFinfinneen Aadaa, Amantaafi Eenyummaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaaf dursa ni kennit- Aadde Buzeenaa Alkadir