Aaraafi dhukkeen dho’iinsa voolkaanoo Affaaritti uumame balalii xiyyaaraa yoo danqe malee miidhaa biraa akka hin fidne ibsame.
AMN PLUS- Sadaasa 17/2018 Naannoo Affaaritti dho'iinsa voolkaanoo tibbana mudate hordofee aaraafi dhukkeen mul'ate balaliiwwan xiyyaaraa yoo danqe malee miidhaa biraa fiduu akka hin dandeenye Qorataan Ji'oo Fiiziksiifi Astiroonoomii fi…