Kitaabni “Furaa Afaan Oromo’oo” waggoota 56 dura Dr. Sheek Mahaammad Rashaad Abdulleen barreeffame eebbifame

AMN PLUS- Sadaasa 27/2018 Kitaabni Dr. Sheek Mahaammad Rashaad Abdulleetiin akka A.L.A bara 1969 barreeffame "Furaa Afaan Oromo'oo" kabaja waggaa 30ffaa Yuuniversiitii Naannoo Oromiyaa irratti eebbifame. Dr. Sheek Mahaammad Rashaad…

Continue ReadingKitaabni “Furaa Afaan Oromo’oo” waggoota 56 dura Dr. Sheek Mahaammad Rashaad Abdulleen barreeffame eebbifame

Seenessa waloo jabeessuun dhaloota dhufu Badhaadhina dhaalchisuuf mootummaan cichoominaan hojjechaa jira- Obbo Fiqaaduu Tasammaa

‎AMN PLUS-Sadaasa 27/2018 ‎Kutaa Magaalaa Addis Katamaatti Mariin ummataa mata duree "Misraachoo Gubaa fi Bu'aa Mootummaa Ida'amuu" jedhu xiyyeefate gaggeeffame. ‎Marii kana keessatti bu'aawwan Mootummaa Ida'amuun gama Diinagdee, hawaasummaa, siyaasaafi…

Continue ReadingSeenessa waloo jabeessuun dhaloota dhufu Badhaadhina dhaalchisuuf mootummaan cichoominaan hojjechaa jira- Obbo Fiqaaduu Tasammaa

Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa pirojektoota magaalaa Finfinnee daawwataa jiru

AMN PLUS- Sadaasa 27/2018 Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa leenjii fudhataa turan xumuran pirojektoota magaalaa Finfinnee daawwataa jiru. Liinjicha Paarkii Araadaatti kan jalqaban yoo ta'u misooma waggootii muraasaa as hojjetaman biroos ni…

Continue ReadingHoggantoonni Paartii Badhaadhinaa pirojektoota magaalaa Finfinnee daawwataa jiru

Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa hundeeffama Waggaa 30ffaa kabajachaa jira

AMN PLUS- Sadaasa 27/2018 Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa Waggaa 30ffaa hundeeffamasaa iddoo hoggantoonni naannoo fi yuunivarsiitichaa argamanitti kabajachaa jira. Hogganaan Waajjira Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dr. Abdulaziiz Daawwid Yunivarsitichi qaawwa dandeettii…

Continue ReadingYuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa hundeeffama Waggaa 30ffaa kabajachaa jira

Ogeeyyiin miidiyaafi rogeeyyiin, Paarkii Biyyaalessaa Gaarreen Baalee daawwataa jiru

AMN PLUS- Sadaasa 27/2018 Guyyaa Turizimii Addunyaa 46ffaa Godina Baaleetti kabajamu sababeeffachuun ogeeyyiin miidiyaafi rogeeyyiin miidiyaa Paarkii Biyyaalessaa Gaarreen Baalee daawwataa jiru. Naannoo Oromiyaatti Turizimii dameewwan dinagdee gooroo keessaa isa…

Continue ReadingOgeeyyiin miidiyaafi rogeeyyiin, Paarkii Biyyaalessaa Gaarreen Baalee daawwataa jiru

Maatiin hoggantoota Paan Afriikaa Hidha Haaromsa Itoophiyaa daawwatan

AMN PLUS – Sadaasa 27/2018 Maatiin hoggantoota biyyoota Afrikaa sochii Paan Afriikaa keessatti shoora bahataniin beekamanii, Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa daawwataniiru. Ministir Deetaan Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa obbo Tesfaahun Gobezaayi daawwattoota…

Continue ReadingMaatiin hoggantoota Paan Afriikaa Hidha Haaromsa Itoophiyaa daawwatan

Itoophiyaafi Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii Waggaa 80ffaa hariiroo isaanii waliin kabajan

AMN PLUS-Sadaasa 27/2018 Itoophiyaafi Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii UN Waggaa 80ffaa hariiroofi tumsaa isaanii waliin kabajaniiru. Waarii Aadaa kaleessa Viileejii Kurriftuu Afrikaatti adeemsifameen Itoophiyaan hundeeffama UN keessatti gumaacha taasifte sagantaalee garaa…

Continue ReadingItoophiyaafi Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii Waggaa 80ffaa hariiroo isaanii waliin kabajan