“Itoophiyaa sabdaneetti hunda qixa hirmaachistu ijaaruun, kaayyoo Kabaja Sadaasa 29ti”- Af-yaa’ii Aganyahu Tashaagar

‎AMN PLUS-Sadaasa 29/2018 "Itoophiyaa sabdaneetti hunda qixa hirmaachistu ijaaruun, kaayyoo Kabaja Sadaasa 29ti" jedhan Af-Yaa'iin Mana Maree Federeeshini Aganyahu Tashaagar. ‎Aadaafi duudhaan Sabootni, Sablammootnifi Uummattootni Itoophiyaa qaban waliigaltee diimookiraasiif bu'uura…

Continue Reading“Itoophiyaa sabdaneetti hunda qixa hirmaachistu ijaaruun, kaayyoo Kabaja Sadaasa 29ti”- Af-yaa’ii Aganyahu Tashaagar

Guyyaan kun, maree biyyaaleessaa gaggeeffamaa jiru milkeessuu keessatti gumaacha guddaa qaba – Pirezidaant Indaashaawu Xaasoo (PhD)

‎AMN PLUS- Sadaasa 29/2018 ‎"Naannoon keenya hundaa'ee waggaa 2ffaatti guyyaa sabaaf sablammootaa uummatoota Itoophiyaa 20ffaa kabajuuf carraa arganneef gammachuu natti dhagahame guddaadha" jedhan Pirezidaantii Naannoo Giddu-galeessa Itoophiyaa Indaashaawu Xaasoo (PhD)…

Continue ReadingGuyyaan kun, maree biyyaaleessaa gaggeeffamaa jiru milkeessuu keessatti gumaacha guddaa qaba – Pirezidaant Indaashaawu Xaasoo (PhD)

Guyyicha wayita kabajnu karoorawwan ceesisoo Mootummaan Ida’amuu baase hojiirra oolchuun ta’uu qaba- Paartii Badhaadhinaa

AMN PLUS - Sadaasa 29/2018 Paartiin Badhaadhinaa Guyyaa Ayyaana Saboota Sablammootaafi Uummattoota Itiyoophiyaa 20ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Guyyaan Ayyaana Saboota Sablammootaafi Uummattoota Itiyoophiyaa bara kanaa Sadaasa 1, 2018…

Continue ReadingGuyyicha wayita kabajnu karoorawwan ceesisoo Mootummaan Ida’amuu baase hojiirra oolchuun ta’uu qaba- Paartii Badhaadhinaa

Mootummaan Damee Industirii Oomishaa cimsuuf deeggarsa cimaa taasisaa jira- Obbo Jaanxiraar

AMN PLUS- Sadaasa 29/2018 Mariin kutaalee hawaasa Indastirii Oomishaarratti bobba'an hirmaachise Mata duree "Indastiriin Oomishaa Guddina Biyyaaf" jedhuun Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti taa'amaa jira. Kantiibaa Itti Aanaafi Hogganaan Biiroo Misooma…

Continue ReadingMootummaan Damee Industirii Oomishaa cimsuuf deeggarsa cimaa taasisaa jira- Obbo Jaanxiraar

Guyyaan Turizimii Adduunyaa sadarkaa Oromiyaa Magaalaa Gindhiiritti kabajame

AMN PLUS- Sadaasa 29/2018 Guyyaan Turizimii Addunyaa 46ffaan akka naannoo Oromiyaatti marsaa 21ffaaf mata duree "Tuuriizimiifi Jijjiirama Ittifufiinsa Qabu" jedhuun godina Baalee Bahaa Magaalaa Gindhiiritti kabajame. Itti Aanaa Hoogganaa Biiroo…

Continue ReadingGuyyaan Turizimii Adduunyaa sadarkaa Oromiyaa Magaalaa Gindhiiritti kabajame

“Akka Singaapoor osoo hin taane, akka Itoophiyaa ta’aa!”- Gaazexaa Keeniyaa

‎AMN PLUS- Sadaasa 29/2018 ‎Gaazexaan Keeniyaa "Istaandaard" jedhamu hojiilee misoomaa Finfinneetti saffisaan raawwatamaa jiran dinqisiifate. Misooma kooriidarii fi modeela misoomaa, ofitti amanamummaa Itoophiyaan hojjatamaa jiru dinqisiifateera. ‎Gaazexaan kun muuxannoon Itoophiyaa…

Continue Reading“Akka Singaapoor osoo hin taane, akka Itoophiyaa ta’aa!”- Gaazexaa Keeniyaa

Dukkana keessaa gara ifaatti ceeneerra- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS- Sadaasa 29/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Itoophiyaan dukkana keessaa ifatti ba’uu himan. Dooktar Abiyyi kabaja Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa 20ffaa irratti argamuun tokko taaneefi waloomnee…

Continue ReadingDukkana keessaa gara ifaatti ceeneerra- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Tokkummaa sabdaneessaa walqixummaarratti hundaa’een Itiyoophiyaa jabduu ijaarra – Pireezidaantii Taayyee

AMN PLUS- Sadaasa 29/2018 Tokkummaa sabdaneessaa walqixummaa fi haqummaarratti hundaa’een Itoophiyaa kabajamte, misoomtee fi jabduu ijaarra jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen. Guyyaan Saboota Sab-lammootaafi Uummattoota 20ffaan mata duree ‘Walii Galtee…

Continue ReadingTokkummaa sabdaneessaa walqixummaarratti hundaa’een Itiyoophiyaa jabduu ijaarra – Pireezidaantii Taayyee

Teekinooloojiin Misooma Niwukilaraa Itoophiyaa tajaajila nagaaf qofa oola-Komishinar Sandookaan Dabbabaa

‎AMN PLUS- Sadaasa 29/2018 ‎Teekinooloojiin Misooma Niwukilaraa Itoophiyaa tajaajila nagaaf qofa akka oolu Komishinarri Komishinii Anniisaa Niwukilaraa Itoophiyaa Sandookaan Dabbabaa ibsan. ‎Komishinarri Komishinii Anniisaa Niwukilaraa Itoophiyaa Sandookaan Dabbabaa, Teekinooloojiin Niwukilaraa…

Continue ReadingTeekinooloojiin Misooma Niwukilaraa Itoophiyaa tajaajila nagaaf qofa oola-Komishinar Sandookaan Dabbabaa