Poolisiin Federaalaa badhaasa Tiktok irratti namoota uffannaa duudhaa uummataan ala ta’e uffachuun mul’atan to’achuun qorannoo eegale

AMN PLUS- Sadaasa 30/2018 Poolisiin Federaalaa sirna badhaasa G-power Tiktok Creative irratti namoota uffannaa aadaafi naamusa biyyaan ala ta'e uffachuun mul'atan to'annoo jala olchuun qorannoo eegaluu ibse. Waltajjicha irratti uffannaa…

Continue ReadingPoolisiin Federaalaa badhaasa Tiktok irratti namoota uffannaa duudhaa uummataan ala ta’e uffachuun mul’atan to’achuun qorannoo eegale

Filannoon Biyyaalessaa Itoophiyaa Marsaa 7ffaa Caamsaa 24 Bara 2018 adeemsifama- Boordicha

AMN PLUS- Sadaasa 30/2018 Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa bara kana gaggeeffamu ilaalchisuun Miidiyaaleef ibsa kenneera. ‎Filannoon biyyaalessaa bara kana gaggeeffamu bilisaafi haqa qabeessa akka ta'uuf, paartilee…

Continue ReadingFilannoon Biyyaalessaa Itoophiyaa Marsaa 7ffaa Caamsaa 24 Bara 2018 adeemsifama- Boordicha

eekinooloojiin haaraa kenna tajaajilaa fooyyessu ifoome

AMN PLUS- Sadaasa 30/2018 Biiroon Misooma Indastirii Magaalaa Finfinnee teekinooloojii haaraa kenna tajaajilaa fooyyessuuf oolu ifoomseera. Teekinooloojiin kun walta'iinsa Biiroo Innoveeshiniifi Teekinoolojii Magaalattiin akka misoome ibsameera. Kantiibaa Itti Aanaafi Hogganaan…

Continue Readingeekinooloojiin haaraa kenna tajaajilaa fooyyessu ifoome

Teekinooloojiwwan Inistiitiyuutii AI keessatti hojjetaman fakkeenyaatti fudhatamu- Mana Murtichaa

‎AMN PLUS-Sadaasa 30/2018 ‎Hoggantoonni Olaanoon Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa hojiiwwan teekinooloojii Inistiitiyuutii Artefishaal Intalijensii (AI) irratti hojjetamaa jiran akka fakkeenyaatti kan fudhataman ta’uu ibsaniiru ‎Hoggansi Olaanoo fi abbootiin murtii Mana…

Continue ReadingTeekinooloojiwwan Inistiitiyuutii AI keessatti hojjetaman fakkeenyaatti fudhatamu- Mana Murtichaa

Itoophiyaatti wagga waggaan daddabarsi maallaqaa dijitaalaa Birrii tiriiliyoona 18 ol ni raawwatama – Obbo Tamasgeen Xurunaa

AMN PLUS- Sadaasa 30/2018 Ministirri Muummee Itti Aanaa FDRI Obbo Tamasgeen Xurunaa diinagdee dijitaalaa ijaaruun filannoo osoon taane caalanii argamuu akka ta’e ibsaniiru. Obbo Tamasgeen wayita Yaa’ii Kaffaltii Diijitaalaa Itoophiyaa…

Continue ReadingItoophiyaatti wagga waggaan daddabarsi maallaqaa dijitaalaa Birrii tiriiliyoona 18 ol ni raawwatama – Obbo Tamasgeen Xurunaa

Paartiin Diimookiraatawaa Tigraay “Simrat” beekamtii argate

‎AMN PLUS -Sadaasa 30/2018 ‎Paartiin Diimookiraatawaa Tigraay "Simrat" beekamtii waraqaa ragaa Paartii Siyaasaa Naannoo ta'uu dandeessisu argachuu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa beeksiseera. ‎Boordichi aangoo labsiin kennameefiin, "Simrat" beekamtii waraqaa ragaa…

Continue ReadingPaartiin Diimookiraatawaa Tigraay “Simrat” beekamtii argate

Kantiibaan Finfinnee Adaanech Abeebee Ijaarsa Kooriidarii 9ffaa daawwatan

‎AMN PLUS - Sadaasa 30/2018 ‎Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee raawwii ijaarsa pirojektii misooma kooriidarii Uraa'elii haga Biraas, Boolee Madaanaalamii haga Imbaasii Ingiliziitti jiru akkasumas Ijaarsa Paarkii Piikook…

Continue ReadingKantiibaan Finfinnee Adaanech Abeebee Ijaarsa Kooriidarii 9ffaa daawwatan

Rifoormii diinagdee hojiirra oolchuuf qindoominni dhaabbilee barnootaafi indastiriiwwanii murteessaadha- ‎Ministeera Barnootaa

AMN PLUS-Sadaasa 30/2018 ‎Pirezidaantiin Yuunivarsiitii Saayinsiifi Teekinooloojii Finfinnee Darajjee Ingidaa (PhD) ergama baruufi barsiisuu galmaan gahuuf indastiriwwan waliin qindoominaan hojjechaa akka jiran ibsan. ‎Yuunivarsiitiifi indastiriwwaan akka qaama tokkootti waliin qindoomuun…

Continue ReadingRifoormii diinagdee hojiirra oolchuuf qindoominni dhaabbilee barnootaafi indastiriiwwanii murteessaadha- ‎Ministeera Barnootaa