‎Bu’uuraalee seeraafi wixinee imaammata aartii irratti mari’atamaa jira

‎AMN PLUS- Mudde 4/2018 ‎Bu’uuraalee seeraa fi wixinee imaammata aartii qophaa’e irratti mariin adeemsifamaa akka jiru ibsame. ‎Ministeera Aadaa fi Ispoortiitti Deetaan Ministira Damee Aartii Nabiyyuu Baayyee hambaalee madda aartii…

Continue Reading‎Bu’uuraalee seeraafi wixinee imaammata aartii irratti mari’atamaa jira

Kantiibaa Adaanech lammiilee harka qalleeyyiif manneen gandaa 106 dabarsan

AMN PLUS- Mudde 4/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen kutaa magaalaa Lidataatti lammiilee humna hin qabneefi nama deeggaru hin qabneef manneen gandaa 106 dabarsan. Aadde Adaanech miidiyaa hawaasummaa isaaniin…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech lammiilee harka qalleeyyiif manneen gandaa 106 dabarsan

Ga’umsa turizimii caalmaatti guddisuuf hojjatamaa jira- Aadde Salamaawwit Kaasaa

AMN PLUS- Mudde 4/2018 Marii Uummataa magaalaa Adaamaatti taa'ame irratti kan argaman Ministirri Turizimii Aadde Salamaawwit, hojii misoomaa magaalaa Adaamaatti hojjatamaa jiruun magaalittiin kan durii caalaa giddu-gala turizimiifi Konfireensii taateetti…

Continue ReadingGa’umsa turizimii caalmaatti guddisuuf hojjatamaa jira- Aadde Salamaawwit Kaasaa

“Akkuma Hooliwuudii, Akkaadamiin Abbaa Lataas aartii Oromoo ol qaba” Daayirektaraafi Piroodiyuusara, Leencoo Fiqruu

‎AMN PLUS- Mudde 4/2018 ‎"Akkuma Fiilmiin Hooliwuudii Ameerikaaf madda galii guddaa ta'e, Akkaadamiin Taatummaa Abbaa Lataa fiilmii aartii Oromoo ol qabu oomisha jedhe Hundeessaan Akkaadaamii Taatummaa Abbaa Lataa, Leencoo Fiqiruu.…

Continue Reading“Akkuma Hooliwuudii, Akkaadamiin Abbaa Lataas aartii Oromoo ol qaba” Daayirektaraafi Piroodiyuusara, Leencoo Fiqruu

Gargaaramtummaafi kadhaa Zeeroo taasisuun galma keenya- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Mudde 4/2018 Galmoota Pirojektii Zeeroo akka magaalaatti qabamanii jiran keessaa tokko Gargaaramtummaafi kadhaa Zeeroo taasisuu akka ta’e Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsan. Har’a ganama Finfinnee,…

Continue ReadingGargaaramtummaafi kadhaa Zeeroo taasisuun galma keenya- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Kantiibaa Adaanech lammiilee harka qalleeyyiif manneen gandaa 106 dabarsan

AMN PLUS- Mudde 4/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen kutaa magaalaa Lidataatti lammiilee humna hin qabneefi nama deeggaru hin qabneef manneen gandaa 106 dabarsan. Aadde Adaanech miidiyaa hawaasummaa isaaniin…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech lammiilee harka qalleeyyiif manneen gandaa 106 dabarsan

‎Imbaasiin Itoophiyaa Waashingitan D.C.tti argamu dorgommii agarsiisa Baazaarii idil addunyaa injifate

‎AMN PLUS- Mudde 3/2018 ‎Imbaasiin Itoophiyaa Waashingitan D.C.tti argamu dorgommii agarsiisa Baazaarii idil addunyaa mata duree "12th Annual Winternational Embassy Showcase” jedhamuun Sadaas 30 bara 2018 qopheessummaa giddu gala gabaa…

Continue Reading‎Imbaasiin Itoophiyaa Waashingitan D.C.tti argamu dorgommii agarsiisa Baazaarii idil addunyaa injifate

Kaansarii Dhiigaarraa yaalamuuf birrii miiliyoona 6 gaafatame- Artist Tasammaa Galataa

‎AMN PLUS - Mudde 1/2018 "Ari'atamee bakkan qubadhu dhabee. Umuriikoo Aartii Oromoo guddisuun fixe malee waanan harkatti qabadhe hin jiru" jedha Artiist Tasammaa Galataa. Dhibee Kaansarii Dhiigaan erga sireerratti kufee…

Continue ReadingKaansarii Dhiigaarraa yaalamuuf birrii miiliyoona 6 gaafatame- Artist Tasammaa Galataa

Geediyoo Magaalaa Diillaatti mariin hawaasaa adeemsifamaa jira.

‎AMN PLUS -Mudde 4/2018 ‎Naannoo Kibba Itoophiyaa Godina Geediyoo Magaalaa Diillaatti mariin hawaasaa Dhimmoota adda addaa irratti xiyyeeffate adeemsifamaa akka jiru ibsame. ‎Marii kana irratti Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii Alamuu…

Continue ReadingGeediyoo Magaalaa Diillaatti mariin hawaasaa adeemsifamaa jira.