Tumsi Itoophiyaafi Chaayinaa Konfiraansii Bunaa Itiyoo-Chaayinaan caalmaan calaqqiseera- Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee

AMN PLUS - Mudde 18/ 2018 Konfiransiin Tumsa Dinagdee fi Daldala Bunaa Itoophiyaa – Chaayinaa miira tumsaa biyyoota lameenii kan calaqqisiisudha jedhan Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen. Konfiransiin Tumsa Dinagdee fi…

Continue ReadingTumsi Itoophiyaafi Chaayinaa Konfiraansii Bunaa Itiyoo-Chaayinaan caalmaan calaqqiseera- Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee

‎Dhaabuufi kunuunsuun aadaa AMN ta’eera- Obbo Kaasaahun Gonfaa

‎AMN PLUS- Mudde 18/2018 ‎Hojjattoonnifi hooggantoonni Addis Miidiyaa Neetwoork biqiltuu Ashaaraa Magariisaa baatii Adoolessaa Bara 2017 Kutaa Magaalaa Gullalleetti dhaabanii turan kunuunsan. ‎Hoji Raawwachiisaan Olaanaa Addis Miidiyaa Neetwork, Obbo Kaasaahun…

Continue Reading‎Dhaabuufi kunuunsuun aadaa AMN ta’eera- Obbo Kaasaahun Gonfaa

Itoophiyaan Imala Badhaadhinaa Misooma Magariisaan milkaa’e Irratti argamti – Obbo Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS-Mudde 18/2018 ‎Itoophiyaan imala badhaadhinaa bu’a qabeessa misooma magariisaa irratti hundaa’e hordofaa akka jirtu Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa ibsan. ‎Torbeen "Sochii Faalama Qilleensaa Hir’isu (Green Mobility…

Continue ReadingItoophiyaan Imala Badhaadhinaa Misooma Magariisaan milkaa’e Irratti argamti – Obbo Tamasgeen Xurunaa

Sagantaa DDR’tiin hidhattoonni kuma 80 gara hawaasaatti deebi’aniiru- Komishinii Haaromsaa

‎AMN PLUS - Mudde 18/ 2018 ‎Komishiniin Haaromsa Biyyaalessaa hidhattoota kuma 371ol ta'an keessaa namoota kuma 80 ta’anif leenjii haaromsa kennamuun gara hawaasaatti akka deebisee beeksise. ‎Naannoo Tigraayitti miseensotni waraana…

Continue ReadingSagantaa DDR’tiin hidhattoonni kuma 80 gara hawaasaatti deebi’aniiru- Komishinii Haaromsaa

“Jijjiiramni Magaalaa Harar keessatti arge na dinqisiiseera” – Obbo Hasan Alii

AMN PLUS- Muddee 18/ 2018 Jijjiiramni Magaalaa Harar keessatti arge na dinqisiiseera jedhan Pireezidaantiin Jalqabaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Hasan Alii. Obbo Hasan hojiilee misoomaa Magaalaa Harariitti hojjetaman daawwataniiru. Magaalichatti,…

Continue Reading“Jijjiiramni Magaalaa Harar keessatti arge na dinqisiiseera” – Obbo Hasan Alii