‎ “Barri ol ka’iinsaa akka dhufe onnee guutuun dubbachuu dandeenya” Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Mudde 28/2018 ‎Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee Ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, "Baga Ayyaana Dhaloota Iyyasuus Kiristoos nagaan isin gahe" jedhan. ‎“Barana Ayyaana kana yoo kabajnu abdiin dubbatame…

Continue Reading‎ “Barri ol ka’iinsaa akka dhufe onnee guutuun dubbachuu dandeenya” Kantiibaa Adaanech Abeebee

Manni Marichaa muudama daayirektara olaanaa Abbaa Taayitaa Biroodkaastii Itoophiyaa raggaasise

AMN PLUS- Mudde 28/2018 Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Itoophiyaa muudama Daayirektara Olaanaa Abbaa Taayitaa Biroodkaastii Itoophiyaa Aadde Haayimaanot Zallaqaa raggaasise. Manni Marichaa walgahi bara hojii Waggaa 5ffaa, walgahii idilee…

Continue ReadingManni Marichaa muudama daayirektara olaanaa Abbaa Taayitaa Biroodkaastii Itoophiyaa raggaasise

“Gaggeessummaan walitti dhufeenya namoomaan raawwatama” Waajjira Ministira Muummee

AMN PLUS - Mudde 28/2018 Gaggeessummaan imaammataafi dhaabbileen qofa osoo hin taane hariiroo namoomaan akka raawwatamu Waajjirri Ministira Muummee beeksise. Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) miseensota Mana Maree Ministirootaa…

Continue Reading“Gaggeessummaan walitti dhufeenya namoomaan raawwatama” Waajjira Ministira Muummee

Kantiibaa Adaanech Abeebeen jala bultii Ayyaana Qilleetti manneen 381 meeshaa manaa guutuu waliin dabarsan

‎AMN PLUS- Mudde 28/2018 ‎"Ayyaana Qillee sababeeffachuun manneen 381 meeshaa guutuu fi kennaa Ayyaana ittiin oolan gumaachineerra" jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee. ‎Kanneen keessaa manneen 273 manneen gandaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen jala bultii Ayyaana Qilleetti manneen 381 meeshaa manaa guutuu waliin dabarsan

Eebbifamoo Abunee Maatiyaas ayyaana qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

AMN PLUS - Mudde 28/2018 Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Eebbifamoo Abunee Maatiyaas ayyaana qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Guyyaan dhaloota Gooftaa fi fayyisaan addunyaa Iyyesuus Kiristoos guyyaa…

Continue ReadingEebbifamoo Abunee Maatiyaas ayyaana qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

Dhalachuun Iyyesuus Kiristoos bu’uura gammachuu hundaati- Eebbifamoo Kaardinaal Abunee Birhaana Iyyesuus

AMN PLUS - Mudde 28/2018 Hangafni Phaaphaasii Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatoolikii Eebbifamoo Kaardinaal Abunee Birhaana Iyyesuus ayyaana qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Dhalachuun Iyyesuus Kiristoos bu’uura gammachuu hundaati kan…

Continue ReadingDhalachuun Iyyesuus Kiristoos bu’uura gammachuu hundaati- Eebbifamoo Kaardinaal Abunee Birhaana Iyyesuus

Garaagarummaa araaraan hiikuun nageenya waaraaf haa hojjennu- Luba Darajjee Jambaruu

AMN PLUS - Mudde 28/2018 Gamtaan Waldaalee Kiristaanaa Warra Wangeelaa Itoophiyaa Ayyaana Yaadannoo Dhaloota Iyyesuus sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarseera. Barreessaa Olaanaan Gamtichaa Lubni Darajjee Jambaruu Ayyaanicha ilaalchisee…

Continue ReadingGaraagarummaa araaraan hiikuun nageenya waaraaf haa hojjennu- Luba Darajjee Jambaruu

Yuuniversitiiwwan qaama jijjiiramaa tahuuf mootummaa irraa eyyama eeguu hin qaban – Obbo Geetaachoo Raddaa

AMN PLUS - Mudde 27/2018 Yuuniversitiiwwan Itoophiyaa qorannoo qofaa osoo hin taane qaama jijjiiramaa tahuuf mootummaa irraa eyyama eeguu hin qaban jedhan Gorsaan Dhimmota Baha Afriikaa Ministira Muummee, Obbo Geetaachoo…

Continue ReadingYuuniversitiiwwan qaama jijjiiramaa tahuuf mootummaa irraa eyyama eeguu hin qaban – Obbo Geetaachoo Raddaa