Itooohiyaan Yaa’ii COP-32 Keessumeessuuf Filatamuun Afrikaaf Carraa Guddaadha – Geediyoon Ximootiwoos (PhD)

‎AMN PLUS - Guraandhala 04/2018 ‎Yaa'iin idilee 48ffaa mana maree hojii raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa hanga guyyaa borii turu Ministeeroota Dhimma Alaa Biyyoota Miseensa Gamtichaafi keessummoota garaagaraas hirmaachiisuun taa'amu eegaleera. ‎Keessummoota…

Continue ReadingItooohiyaan Yaa’ii COP-32 Keessumeessuuf Filatamuun Afrikaaf Carraa Guddaadha – Geediyoon Ximootiwoos (PhD)

Hospitaalli Galaan akka Baha Afriikaattti kan Jalqabaa jedhame yeroo dhiyootti tajaajilaaf banaa taha – Biiroo Fayyaa Finfinnee

AMN PLUS - Guraandhala 04/2018 Karoora Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee magaalattii wiirtuu tuurizimii fayyaa taasisuuf qabatee hojjechaa jiru keessaa inni ijoon sadarkaa buufataalee tajaajila fayyaa duraan turan fooyyessuu dabalatee Hospitaalota ulaagaa…

Continue ReadingHospitaalli Galaan akka Baha Afriikaattti kan Jalqabaa jedhame yeroo dhiyootti tajaajilaaf banaa taha – Biiroo Fayyaa Finfinnee

Loltootni Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa yeroo hundaa qophaa’oodha-Mohaammad Diyaaloo

AMN PLUS-Guraandhala 4/2018 Raayyaan Nageenyaa Itoophiyaa biyya Somaaliyaa naannolee Halganiifi Baladiwayinii keessatti qophii loltummaa isaa akka mirkaneeffatan ibsameera. Hojiin inispeekshinii salphaa miti kan jedhan Itti Gaafatamaan Inspeekshinii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti…

Continue ReadingLoltootni Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa yeroo hundaa qophaa’oodha-Mohaammad Diyaaloo

Wiirtuu Waloomaa Afrikaa, Iddoo Yaa’iifi Tumsa Biyyootaa – Adawaa

‎AMN PLUS - Guraandhala 04/2018 ‎Injifannoon Adawaa seenaa Itoophiyaa qofa osoo hin taane, seenaa guutuu Afrikaaf mallattoo bilisummaafi tokkummaa ta'uu kanneen godambaa yaadannoo injifannoo daawwatan himan. Injifannoon kun dhiigaafi lubbuu…

Continue ReadingWiirtuu Waloomaa Afrikaa, Iddoo Yaa’iifi Tumsa Biyyootaa – Adawaa

Itoophiyaan walga’ii Gamtaa Afrikaa 39ffaa fi walga’ii Afrikaa-Itaalii 2ffaa irratti jila olaanoo hirmaachuuf dhufan yeroo kamiyyuu caalaa simachuuf qophooftee jirti-MM Abiyyi Ahimad(PhD)

AMN PLUS-Guraandhala 4/2018 Galmawwan walga’ii idil-addunyaa qulqullina olaanaa fi bifa ammayyaa qabuun ijaaraman, akkasumas iddoowwan gahumsa tuurizimii mijatoo fi ammayyaa sadarkaa isaanii eeggatanii bifa haaraan miidhaganii qophaa’an turtii walga’ii kana…

Continue ReadingItoophiyaan walga’ii Gamtaa Afrikaa 39ffaa fi walga’ii Afrikaa-Itaalii 2ffaa irratti jila olaanoo hirmaachuuf dhufan yeroo kamiyyuu caalaa simachuuf qophooftee jirti-MM Abiyyi Ahimad(PhD)

Keessummootaaf dursa kennuun yaa’ii Gamtaa Afriikaa si’oominaan keessummeessuuf daandiiwwan yeroof cufaman Poolisiin Finfinnee Ifoomseera

AMN PLUS- Guraandhala 4/2018 Yaa’ii Gamtaa Afriikaa 39ffaa Magaalaa Finfinneetti torban dhufu adeemsifamu ilaalchisuun simannaa keessummootaan wal qabatee sochiin tiraafikaa akka si’atuufi dhiphinni tiraafikaa akka hin uumamneef daandiiwwan cufaa ta’an…

Continue ReadingKeessummootaaf dursa kennuun yaa’ii Gamtaa Afriikaa si’oominaan keessummeessuuf daandiiwwan yeroof cufaman Poolisiin Finfinnee Ifoomseera

Yaa’iin Idilee 48ffaa Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa Taa’amuu Eegale

‎AMN PLUS- Guraandhala 04/2018 ‎Yaa'iin idilee 48ffaa Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa bara faranjootaa 2026 bakka Ministeerootni Dhimma Alaa Biyyoota Miseensa gamtichaa argamaniitti taa'amuu eegaleera. ‎Yaa'ii Mana Marichaa irratti…

Continue ReadingYaa’iin Idilee 48ffaa Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa Taa’amuu Eegale