MM Abiyyi Ahimed Pirojektii Jallisii Qeexoo jiraattota aanaalee Sadii Caanqaafi Hawwaa Galaan tajaajilu eebbisan

AMN PLUS - Guraandhala 11/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Godina Qeellam Wallaggaatti Pirojektii Misooma jallisii Qeexoo tajaajila eegalchiisaniiru. Dooktar Abiyyi miidiyaa hawaasummaa isaaniin "Aanaalee Sadii Canqaa fi Hawwaa…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimed Pirojektii Jallisii Qeexoo jiraattota aanaalee Sadii Caanqaafi Hawwaa Galaan tajaajilu eebbisan

MM Abiyyi Ahimad warsha Doolaara Miiliyoona 300fi miiliyoona 30’n hojjetu hojii eegalchiisan

‎AMN PLUS - Guraandhala 11/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) piroojektii misooma Warshaa Warqiifi Albuudotaa Tulluu Kaappii hojii eegalchiisuu ibsaniiru. Dooktar Abiyyi Kaampaanii 'KEFI Gold and Copper' jedhamuufi Mootummaan…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad warsha Doolaara Miiliyoona 300fi miiliyoona 30’n hojjetu hojii eegalchiisan

Riyaal Maadriid Leenca Madaa’e Tahee Dirreerratti Nu Eeggata – Jozee Moorinihoo

AMN PLUS- Guraandhala 10/2018 Taphootni moo’atanii darbuu Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a halkan gara dirreetti deebi’u. Liigichaan kilabootni 8 kallattiin gara marsaa itti aanutti kan darban yoo tahu, kilabootni 16 ammoo…

Continue ReadingRiyaal Maadriid Leenca Madaa’e Tahee Dirreerratti Nu Eeggata – Jozee Moorinihoo

Pirezidaant Erdowaan hawaasa Musliimaa Itoophiyaaf Baatii Ramadaanaa Gaarii Hawwan

AMN PLUS- Guraandhala 10/2018 Daawwannaa Hojiif Har'a Gara Itoophiyaa Kan Dhufan Pireezidaantiin Ripaablika Turkiyee Rajiib Xayip Erdowaan Ministirra Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Waliin Mari'ataniiru. Pireezidaantichi Hariiroo Bara Dheeraa Lakkoofsisee…

Continue ReadingPirezidaant Erdowaan hawaasa Musliimaa Itoophiyaaf Baatii Ramadaanaa Gaarii Hawwan

Taphni olaantummaa Reyal Maadiriidiin goolabame arraba sanyummaatiin jeeqame

AMN PLUS - Guraandhala 11/2018 Tapha Shaampiyoonsi Liigii moo'atanii darbuu Benefiikaan Reyaal Maadriid ittiin keessummeesse olaantummaa Maadriid 1-0'n goolabame. Leenjisaan Benefiikaa Joosee Mooriinihoon dursanii dhaadataa turan kaardii diimaan dirreerraa gaggeeffaman.…

Continue ReadingTaphni olaantummaa Reyal Maadiriidiin goolabame arraba sanyummaatiin jeeqame

Finfinneen Dubaay Haaraa Afrikaati Yoon Jedhe Arbeessuu Hin Tahu – Miseensa Paarlaamaa Keeniyaa

AMN PLUS- Guraandhala 11/2018 Finfinneen jijjjiirama saffisaa galmeessaa jiraachuu michootni ishee fagoofi dhiyoo jiiran dhugaa qabatamaa magaalatti keessa jiru bu'uureffachuun carraa argatan hundaan ibsaa jiru. Dhugaa qabatamaa jijjiirama Finfinnee dubbachuun…

Continue ReadingFinfinneen Dubaay Haaraa Afrikaati Yoon Jedhe Arbeessuu Hin Tahu – Miseensa Paarlaamaa Keeniyaa

Balballoomii Miidiyaalee Addunyaa: Daawwannaa Seena-Qabeessa Gaaffiin Ulaa Galaanaa Itti Dhiyaate

AMN PLUS- Guraandhala 11/2018 Miidiyaaleen Idil addunyaa waa’ee daawwannaa pirezidaantiin Turkiyyee Rajiib Xayib Erdowaan Itoophiyaa Finfinneetti taasisan balballoomsaa jiru. Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (PhD) fi Pirezidaantiin Turkiyyee Rajiib Xayyib…

Continue ReadingBalballoomii Miidiyaalee Addunyaa: Daawwannaa Seena-Qabeessa Gaaffiin Ulaa Galaanaa Itti Dhiyaate