‘Jijjiiramaan dura yaaliiwwan jijjiiramaa hedduun taasifamanis jijjiiramni Bitootessa 24/2010 gama hundaan milkaa’aafi addadha’ – Af – Yaa’ii Aganyoo Tashaagar

You are currently viewing ‘Jijjiiramaan dura yaaliiwwan jijjiiramaa hedduun taasifamanis jijjiiramni Bitootessa 24/2010 gama hundaan milkaa’aafi addadha’ – Af – Yaa’ii Aganyoo Tashaagar

AMN – Bitootessa 24/2017

Jijjiiramaan dura yaaliiwwan jijjiiramaa hedduun taasifamanis jijjiiramni Bitootessa 24/2010 gama hundaan milkaa’aafi adda ta’uu Af – Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyoo Tashaagar himan.

Hooggansiifi miseensonni Mana Maree Federeeshiniifi Mana Maree Bakka Bu’uuota Uummataa guyyaa injifannoo Bitootessa 24 sababeeffachuun bu’aawwan waggoota jijjiiramaa argaman irratti marichuusaanii Mana Maricharraa odeeffanne.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply