MM Abiyyi Ahimad, Pop Firaansis boqochuusaaniin gadda itti dhagahame ibsan

You are currently viewing MM Abiyyi Ahimad, Pop Firaansis boqochuusaaniin gadda itti dhagahame ibsan

AMN PLUS- Ebla 13, 2017

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad, Phaaphaasiin Amantaa Kaatolikii Roomaa Pop Firaansis boqochuusaaniin gaddi guddaan itti dhagahamuu ibsan.

Dr. Abiyyi karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsa gaddaa baasaniin, lubbuun Pop Firaansis Gannataan akka qananiitu hawwaniiru.

Mul’atnifi gaarummaan namoomaaf qaban dhalootaa dhalootatti kan darbu ta’uu eeran.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply