AMN Sagalee Dhalootaa beekamtii argate

You are currently viewing AMN Sagalee Dhalootaa beekamtii argate

AMN PLUS- Sadaasa 28/2018

Manni Maree Federeeshinii Kabaja Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa 20ffaa irratti AMN gabaasilee ijaafi gurra uummataan ga’uun shoora taphateef beekamtii kenne.

Jala bultiin ayyaanichaa Magaalaa Hosaa’inaatti sirnoota garagaraan kabajamaa jira.

Manni Marichaa dhaabbilee miidiyaaf beekamtii kan kenne yoo ta’u AMN afaanota garagaraa gabaasilee hawwatoo uummata biraan gahuu isaaf beekamtii kenneera.

Addis Miidiyaa Neetwoork Chaanaalii AMN PLUS dabalatee ayyaanicha guyyaa borii ganamarraa kaasee tamsaasa kallattiin uummata biraan ga’a.

Guddataa Ajjamaatu gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply