Hojiiwwan qabatamaan qonnaan bultoota fayyadamoo taasisaniif xiyyeeffannoon kennameera – MM Abiyyi Ahimad (PhD)
AMN PLUS - Ebla 08/2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) hojiiwwan qabatamaa qonnaan bultoota fayyadamoo taasisaniif xiyyeeffannoon kenname hojjetamaa jiraachu ibsan. Ministirri Muummee sirna eebba pirojektii maddisiisa humna qilleensaa Asallaa…