AMN PLUS – Caamsaa 05/2018
Pireezidaantiin Fraans Imaanu’eel Maakroon daawwannaa hojiif Finfinnee gahaniiru.
Pireezidaantichi wayita Buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan Ministira Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD)’n simatamaniiru.