Deeggarsi Daayaasporaan ijaarsa hidha haaromsaa guddichaaf taasisu itti fufeera -Ambaasaaddar Fitsum Araggaa

AMN PLUS - Ebla 08/2017 Deeggarsi Daayaasporaan ijaarsa hidha haaromsaa guddichaa Itoophiyaaf taasisu itti fufuusaa daarektarri olaanaa tajaajila diyaasporaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Fitsum Araggaa ibsan. Abbaa dhaabbata ‘Travel World Tourism’ kan…

Continue ReadingDeeggarsi Daayaasporaan ijaarsa hidha haaromsaa guddichaaf taasisu itti fufeera -Ambaasaaddar Fitsum Araggaa

Kolleejiiwwan magaalaa Finfinnee 14 hojiiwwan qo’annoo fi qorannoon waliin dorgomaa jiru

AMN PLUS- Ebila 8/2017 Kolleejiiwwan magaalaa Finfinnee mata duree "Sammuu Ifaa Lammiilee Ogummaan gahooman" Jedhuun hojiiwwan qo'annoo fi qorannoon waliin dorgomaa jiru Dorggommii Qorannoo fi Qo'annoo kana kan qopheesse Biiroo…

Continue ReadingKolleejiiwwan magaalaa Finfinnee 14 hojiiwwan qo’annoo fi qorannoon waliin dorgomaa jiru

Paartiileen siyaasaa nageenyaafi misooma waaraa mirkaneessuuf tumsuun irraa eegama

AMN PLUS – Ebla 08/2017 Paartiileen siyaasaa nageenyaafi misooma waaraa mirkaneessuuf tumsuun akka irraa eegamu ibsame. Manni Maree waloo Paartilee Morkattoottaa Naannoo Oromiyaa yaa'ii walii galaasaa taa’eera. Yaa'icharratti kan argaman…

Continue ReadingPaartiileen siyaasaa nageenyaafi misooma waaraa mirkaneessuuf tumsuun irraa eegama

Maaddii qoodun jaalalaa fi kabaja jiraattota keenyaf qabnu kan itti agarsiifnuudha- Aadde Adaanech Abeebee.

AMN PLUS- Ebila 8/2017 Maaddii qoodun jaalalaa fi kabaja jiraattota keenyaf qabnu kan itti agarsiifnuudha jedhan Kantiiban Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee. ‎Kantiibaa Adaanech Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun hawaasa harka qalleeyyiif…

Continue ReadingMaaddii qoodun jaalalaa fi kabaja jiraattota keenyaf qabnu kan itti agarsiifnuudha- Aadde Adaanech Abeebee.

Fiyooreentiinoo Peerez Riyaal Maadiriid Arsenaal yoo kuffise tokkoon tokkoon taphattootaaf badhaasa qopheessuu himan

AMN PLUS-Ebla 08 /2017 Morkiin qalbii addunyaa hawwate taphni Riyaal Maadiriidii fi Arsenaal galgala kana xumura argata. Arsenaan har'a galgala Maadiriid yoo injifate, waggaa 15 booda yeroo jalqabaaf walakkaa xumuraaf…

Continue ReadingFiyooreentiinoo Peerez Riyaal Maadiriid Arsenaal yoo kuffise tokkoon tokkoon taphattootaaf badhaasa qopheessuu himan

Mootummaan naannoo Itoophiyaa Kibbaa Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 990f dhiifama taasise

AMN PLUS – Ebla 08/2017 Mootummaan naannoo Itoophiyaa Kibbaa Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 990f dhiifama taasiseera. Pirezidaantiin Naannichaa Obbo Xilaahun Kabbadaa sirreeffamtoonni seeraa ulaagaa labsii dhiifamaa mootummaa naannichaa guutaniif…

Continue ReadingMootummaan naannoo Itoophiyaa Kibbaa Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 990f dhiifama taasise