Riifoormiin dinagdee gooroo milkaa’ina guddaa agarsiiseera-Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee

AMN PLUS Caamsaa 07/2017 Riifoormiin dinagdee gooroo Itiyoophiyaa milkaa’ina guddaa agarsiisuu isaa Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee ibsan. Formaiin Faayinaansii Itiyoophiyaa guyyoota lamaaf turu Finfinnee Godambaa Saayinsii Finfinneetti eegalameera. Hooggantoonni mootummaa olaanoon,…

Continue ReadingRiifoormiin dinagdee gooroo milkaa’ina guddaa agarsiiseera-Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee

Magaalaan Finfinnee magaalaa mul’ata qabdu ta’uushee Ministirri Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunee ibsan

AMN PLUS Caamsaa 07/2017 Magaalaan Finfinnee magaalaa mul’ata qabdu ta’uushee Ministirri Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunee ibsan. Obbo Tamasgeen Xurunee ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin magaalonni agarsiiftuu qaroomina…

Continue ReadingMagaalaan Finfinnee magaalaa mul’ata qabdu ta’uushee Ministirri Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunee ibsan

Baankiin Daldala Itoophiyaa fi Magaalaan Baahir Daar qabxii qoddatan

AMN PLUS - Caamsaa 6,2017 Tapha Piriimiyer Liigii Itoophiyaa torbee 29ffaan sa'aatii 9 irraa eegaluun Istaadiyeemii Yuuniversiitii Hawaassaatti Moorkiin Baankii Daldala Itoophiyaa fi Magaala Baahir Daar gidduuti taasifame goolii malee…

Continue ReadingBaankiin Daldala Itoophiyaa fi Magaalaan Baahir Daar qabxii qoddatan

Nageenya waaraa buusuu fi misooma mirkaneessuuf fakkeenya taanee hojjechuu qabna – Qulqulluu Abuna Maatiyaas

AMN PLUS Caamsaa 06/2017 Nageenya waaraa buusuu fi misooma mirkaneessuuf fakkeenya ta’anii hojjechuun akka barbaachisu Paatriyaarkiin Mana Amantaa Ortoodooksi Tawaahidoo Itoophiyaa Qulqulluu Abuna Maatiyaas dubbtan. Gumiin walharkaa fuudhinsa lubootaa bataskaana…

Continue ReadingNageenya waaraa buusuu fi misooma mirkaneessuuf fakkeenya taanee hojjechuu qabna – Qulqulluu Abuna Maatiyaas

Ogeeyyiin waldhaansaa fi hojjettoonni Hoospitaala walii galaa Ciroo dhiiga arjooman

AMN PLUS Caamsaa 06/2017 Ogeeyyiin waldhaansaa fi hojjettoonni Hoospitaala walii galaa Ciroo dhiiga arjooman. Tajaajila ogummaa kennaniin ala dhiiga arjoomuun lubbuu baraaruuf qoodasaanii akka bahan mirkaneessaniiru. Daarektarri Meedikaalaa Hoospitaala waliigalaa…

Continue ReadingOgeeyyiin waldhaansaa fi hojjettoonni Hoospitaala walii galaa Ciroo dhiiga arjooman

Magaalaa Finfinneetti daandii Awutoobisiif eeyyamame irratti Ambulaansiin ala konkolaattonni biroo akka hin imalle dhorkamuuf ta’uun himame

AMN PLUS Caamsaa 06/2017 Magaalaa Finfinneetti daandii Awutoobisiif eeyyamame irratti Ambulaansiin ala konkolaattonni biroo akka hin imalle dhorkamuuf ta’uu Biiroon Geejjibaa Magaalichaa beeksiseera. Yaa’iinsi geejjibaa saffisa akka qabaatuuf daandiin Awutoobisiif…

Continue ReadingMagaalaa Finfinneetti daandii Awutoobisiif eeyyamame irratti Ambulaansiin ala konkolaattonni biroo akka hin imalle dhorkamuuf ta’uun himame

Doonaald Tiraamp waggaa 25’n booda yeroo jalqabaaf Al-Sharaa waliin Riyaaditti wal argan

AMN PLUS Caamsaa 06/2017 Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp waggaa 25’n booda yeroo jalqabaaf Riyaaditti Pirezdaantii yeroo ceehumsaa Siiriyaa Ahimad Al-Sharaa waliin Riyaaditti wal arguusaanii Anaadooluun gabaasera. Hoggantoonni kunneen A.L.A bara…

Continue ReadingDoonaald Tiraamp waggaa 25’n booda yeroo jalqabaaf Al-Sharaa waliin Riyaaditti wal argan

Kubbaaniyyaawwan idil addunyaa shan Itoophiyaatti doolaara biiliyoona 1.6 Invast gochuuf walii galan

AMN PLUS Caamsaa 05/2017 Kubbaaniyyaawwan idil addunyaa shan Itoophiyaatti doolaara biiliyoona 1.6 Invast gochuuf Komishinii Invastimantii Itoophiyaa waliin walii galtee mallatteessaniiru. Fooramiin Invast Itoophiyaa 2025 qindoomina Komishinii Invastimantii Itoophiyaa, Ministeera…

Continue ReadingKubbaaniyyaawwan idil addunyaa shan Itoophiyaatti doolaara biiliyoona 1.6 Invast gochuuf walii galan

Manni marichaa labsiiwwanii fi waliigalteewwan garagaraa afur raggaase

AMN PLUS - Caamsaa 05/2017 Manni maree bakka bu’oota ummataa wixinee labsii waliigaltee liqii lama, waliigaltee geejjiba qilleensaa tokkoo fi waliigaltee korporeeshinii faayinaansii Afriikaa hundeessuuf taasifame raggaaseera. Manni marichaa walgahii…

Continue ReadingManni marichaa labsiiwwanii fi waliigalteewwan garagaraa afur raggaase