Itoophiyaan Yaa’ii Jijjiirama Qilleensaa Afrikaa 2ffaa qopheessuuf

AMN PLUS- Waxabajjii 9/2017 Ministeerri Karooraa fi Misoomaa walgahii jijjiirama qilleensaa afrikaa 2ffaa magaalaa finfinneetti qopheessuuf miidiyaaleef ibsa kenneera. Ibsicha kan kennan Ministirri Ministeera Karooraafi Misoomaa Fitsum Assaffaa (Dr.) ibsa…

Continue ReadingItoophiyaan Yaa’ii Jijjiirama Qilleensaa Afrikaa 2ffaa qopheessuuf

Dargaggoota hojiiwwan misoomaa fi tola ooltummaa keessatti hirmaannaa olaanaa taasisaniif beekamtiin kenname

AMN PLUS- Waxabajji 09/2017 Magaalaa finfinneetti dargaggoota hojiiwwan misoomaa fi tola ooltummaa sadarkaa magaalaatti,hojjetame keessatti hirmaannaa olaanaa taasisaniif beekamtiin kenname. Biiroon Dargaggootaafi Ispoortii Magaalaa Finfinnee, ji'oottan 11 darban akka magaalaatti,…

Continue ReadingDargaggoota hojiiwwan misoomaa fi tola ooltummaa keessatti hirmaannaa olaanaa taasisaniif beekamtiin kenname

Tapha Guutuu Itoophiyaa ilaalchisuun Mariin Paanaalii adeemsifamaa jira

AMN PLUS-Waxabajjii 09/2017 Tapha Guutuu Itoophiyaa ilaalchisuun Mariin Paanaalii adeemsifamaa jira. Marii Paanaalii kana irratti ergaa kan dabarsan Ministiri Deetaan Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo Makkiyyuu Mahaammad Kaayyoon waldorgommii ispoortii…

Continue ReadingTapha Guutuu Itoophiyaa ilaalchisuun Mariin Paanaalii adeemsifamaa jira

Kantiibaa Adaanech Abeebee biyyattiitti kan jalqabaafi adda kan ta’e ‘Meedikaal Pilaazaa Beetesaayidaa Ameerikaa’ eebbisanii tajaajila eegalchiisan

AMN PLUS Waxabajjii 08/2017 Kantiibaa Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaninii biyyattiitti kan jalqabaafi adda kan ta’e ‘Meedikaal Pilaazaa Beetesaayidaa Ameerikaa’ eebbisnee tajaajila eegalchiisuu himan. Tajaajila waldhaansaa gahumsa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee biyyattiitti kan jalqabaafi adda kan ta’e ‘Meedikaal Pilaazaa Beetesaayidaa Ameerikaa’ eebbisanii tajaajila eegalchiisan