Ixaana Biyya Alaatti Ergamerraa Galiin Doolaara Miliiyoonni 1.6 argame.
AMN PLUS - Hagayya 05/2017 Bara baajataa xumurame kana oomisha ixaanaa irraa Doolaarri Miiliyoona tokkoofi Kuma 600 ol argamuu Korporeeshiniin Hooggansa Hojiiwwan Qonnaa beeksise. Daayitektarri Komunikeeshinii fi Itti gaafatamaan Damee…