Lammiilee Itoophiyaafi dhalattoota Itoophiyaa Ameerikaa Kaabaa jiraatan marii biyyaalessaarratti akka hirmaataniif waamichi dhiyaate

AMN PLUS- Hagayya 12/ 2017 Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa bakka bu’oota naannolee 11, bulchiinsa magaalota lamaa akkasumas, dhaabbilee federaalaa fi bakka bu’oota hawaasa wal gahuun waltajjii marii ummataa irratti ajandaa…

Continue ReadingLammiilee Itoophiyaafi dhalattoota Itoophiyaa Ameerikaa Kaabaa jiraatan marii biyyaalessaarratti akka hirmaataniif waamichi dhiyaate

Uwwisni humna ibsaa Itoophiyaa dhibbantaa 54 irra gaheera- Ministeericha

‎AMN PLUS- Hagayya 12/2017 ‎Uwwisni humna ibsaa Itoophiyaa dhibbantaa 54 akka gahe Deetaan Ministiraa Bishaanii fi Inarjii Injinar Sulxaan Walii (Dr.) beeksisan. ‎Ministirichi sagantaan uwwisa humna ibsaa biyyoolessaa wixinamee hojjatamaa…

Continue ReadingUwwisni humna ibsaa Itoophiyaa dhibbantaa 54 irra gaheera- Ministeericha

Badhaadhina Itoophiyaa mirkaneessuuf kutannoo cimaan hojjechuun barbaachisaadha- Obbo Adam Faaraah

AMN PLUS- Hagayya 12, 2017 Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan Qindeessaan Giddugala Ijaarsa Sirna Diimookiraasiifi Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa obbo Adam Faaraah bara 2018’tti badhaadhina gama maraa Itoophiyaa…

Continue ReadingBadhaadhina Itoophiyaa mirkaneessuuf kutannoo cimaan hojjechuun barbaachisaadha- Obbo Adam Faaraah

Daballiin mindaa hojjettoota mootummaa miiliyoona 3.3 oliif baatii Fulbaanaa irraa eegalee hojiirra oola

‎AMN PLUS-Hagayya 12/2017 ‎Daballiin miindaa hojjettoota mootummaa Bara 2018'tti Baatii Fulbaanaa irraa eegalee hojiirra akka oolu himameera. ‎Ministeerri Maallaqaa Riifoormii Tajaajila Mootummaa fi Bulchiinsa Pablik Sarvisii guutummaatti hojiirra oolchuu isaatiin…

Continue ReadingDaballiin mindaa hojjettoota mootummaa miiliyoona 3.3 oliif baatii Fulbaanaa irraa eegalee hojiirra oola

Hawaasni yeroo ayyaana Ukee kabaju balaan ibiddaa akka hin uumamne of eeggannoo barbaachisu ergaan darbe

AMN PLUS- Hagayya 12/2017 Hawaasni yeroo Ayyaana Ukee kabaju tasa balaan ibiddaa akka hin uumamne of eeggannoo barbaachisaa akka taasisuu qabu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaafi Ibiddaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksise…

Continue ReadingHawaasni yeroo ayyaana Ukee kabaju balaan ibiddaa akka hin uumamne of eeggannoo barbaachisu ergaan darbe

‎Sirni Awwaalcha Artistii Dabbabaa Isheetuu bor Waaree booda Sa’aatii 8:00tti raawwata

‎AMN PLUS- Hagayya 12/2017 ‎Sirni awwaalcha Artistii Gameessa Dabbabaa Isheetuu bor sa'aatii 8:00tti Mana Amantaa Kaateediraalaa Qulqulluu Sillaasee'tti akka raawwatu koreen biyyaalessaa raawwachiiftuu sirna awwaalichaa beeksise. ‎Guyyaa borii Mana Tiyaatira…

Continue Reading‎Sirni Awwaalcha Artistii Dabbabaa Isheetuu bor Waaree booda Sa’aatii 8:00tti raawwata

Hawaasni yeroo ayyaana Ukee kabaju balaan ibiddaa akka hin uumamne of eeggannoo barbaachisu ergaan darbe

AMN PLUS- Hagayya 12/2017 Hawaasni yeroo Ayyaana Ukee kabaju tasa balaan ibiddaa akka hin uumamne of eeggannoo barbaachisaa akka taasisuu qabu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaafi Ibiddaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksise…

Continue ReadingHawaasni yeroo ayyaana Ukee kabaju balaan ibiddaa akka hin uumamne of eeggannoo barbaachisu ergaan darbe

Yuukireen miseensa ‘NATO’ hin taatu- Tiraamp

‎AMN PLUS- Hagayya 12/2017 ‎Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp wayita gita isaanii Yuukireen Volodimir Zelesinkii simachuuf qophaa'an jiranitti Yuukireen Miseensa Waadaa Waraanaa Kaabaa Atilaantikii (NATO) hin taatu jedhan. ‎"Tiraamp, Pireezidaantiin Yuukireen…

Continue ReadingYuukireen miseensa ‘NATO’ hin taatu- Tiraamp

Mootummaan bara 2018 Fulbaana irraa eegalee hojjettottaaf miindaa fooyyessuuf murteesse

Mootummaan Federaalaa jireenya lammilee fooyyeessuuf carraaqii gochaa jira. Mootummaan haalla kaffaltii gadi aanaa hojjettoota mootummaa yeroo dheeraaf deebii osoo hin argatin tureefi dhiibbaa jireenyaa kanaan wal qabatee dhufu daballii miindaa…

Continue ReadingMootummaan bara 2018 Fulbaana irraa eegalee hojjettottaaf miindaa fooyyessuuf murteesse

Kantiibaa Adaanech Abeebeen, Artiist Dabbabaa Isheetuu lubbuun darbuusaaniin gadda itti dhagahame ibsan

AMN PLUS - Hagayya 11/2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen, ogeessi guddina ogummaa Tiyaatiraa Itoophiyaa keessatti shoora olaanaa taphatan Artiist Dabbabaa Isheetuun lubbuun darbuutti gaddi itti dhagahamuu ibsan. Maatiifi…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen, Artiist Dabbabaa Isheetuu lubbuun darbuusaaniin gadda itti dhagahame ibsan