Itoophiyaan tumsa dinagdee fi Invastimantii Kolombiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti

AMN PLUS - Hagayya 20/2017 Itoophiyaan tumsa dippilomaasii damee dinagdee fi Invastimantii Kolombiyaa waliin qabdu cimsitee akka ittifuftu De’eetaan Ministiraa Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Yasmiin Wahabirabnii ibsan. Mariin dinagdee…

Continue ReadingItoophiyaan tumsa dinagdee fi Invastimantii Kolombiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti

Itoophiyaan hariiroo Siwiizarlaandi fi Maaltaa waliin qabdu cimsuuf ni hojjetti- Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee

AMN PLUS - Hagayya 20/2017 Itoophiyaan hariiroo daldalaafi invastimantii Siwiizarlaandi fi Maaltaa waliin qabdu cimsuuf ni hojjetti jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen. Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen turtii isaanii kan xumuran Itoophiyaatti…

Continue ReadingItoophiyaan hariiroo Siwiizarlaandi fi Maaltaa waliin qabdu cimsuuf ni hojjetti- Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee

Finfinnee bara 2017 keessummoota alaa miiliyoona 1.3 ol keessummeessiteetti- Kantiibaa Adaanech

AMN PLUS - Hagayya 20/ 2017 Magaalaan Finfinnee yaa'iwwan gurguddoo idil-addunyaa haala milkaa’ina qabuun qopheessaa jirti jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee. ‎Bara baajataa darbe qofatti yaa'iwwan idil-addunyaa 150…

Continue ReadingFinfinnee bara 2017 keessummoota alaa miiliyoona 1.3 ol keessummeessiteetti- Kantiibaa Adaanech

Yaa’iiwwan Idil-addunyaaf Muujjaan hagam qophoofte?

‎AMN PLUS- Hagayya 20/2017 ‎Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Gullallee Aanaa tokkotti Naannoon Muujjaa/Shiroo Meedaa giddu gala gabaa uffataafi meeshaalee aadaatiin beekama.‎‎Ogeeyyiin uffata aadaa qopheessan durirraa kaasee naannoo kanatti hojjechaa waan…

Continue ReadingYaa’iiwwan Idil-addunyaaf Muujjaan hagam qophoofte?

Dhaabbileen seeraan alaa leenjii gabaabaa kennan 84 Magaalaa Finfinneetti to’ataman

AMN PLUS- Hagayya 20/2017 Bara 2017 Magaalaa Finfinneetti dhaabbileen 84 eeyyama ogummaa seeraa malee leenjii yeroo gabaabaa kennaa turan hordoffii fi sakatta’iinsa taasifameen to’annoo jala ooluu Abbaan Taayitaa To’annoo Qulqullina…

Continue ReadingDhaabbileen seeraan alaa leenjii gabaabaa kennan 84 Magaalaa Finfinneetti to’ataman

Ayyaanota itti aananii kabajamaniif Zayitii nyaataa liitira Miliyoona 3.2 gabaaf dhiyaate

‎AMN PLUS- hagagayya 20/72017 ‎Seensa ayyaana waggaa haaraa kabajamu hordofuun zayitiin nyaataa liitira miliyoona 3.2 gabaaf dhiyeessuu isaa Dhaabbanni Hojiiwwan Daldalaa Magaalaa Finfinnee beeksise. ‎Haala kanaan duraa irraa karaa adda…

Continue ReadingAyyaanota itti aananii kabajamaniif Zayitii nyaataa liitira Miliyoona 3.2 gabaaf dhiyaate

Itiyoo Teelekoom galii birrii biiliyoona 235 ol walitti qabuuf karoorse

AMN PLUS- Hagayya 20/2017 ‎Itiyoo Teelekoom bara baajataa 2018tti maddoota galii garaagaraa irraa birrii biiliyoona 235.8 walitti qabuuf karoorsuu beeksise. ‎Daabbatichi Karoora hojii bara 2018fi tarsiimoo hojii waggoottan sadan itti…

Continue ReadingItiyoo Teelekoom galii birrii biiliyoona 235 ol walitti qabuuf karoorse