AU fi UN nagaa, tasgabbiifi misooma waaraa mirkaneessuuf waliin hojjachuu akka itti fufan ibsan

AMN PLUS-Sadaasa 4/2018 ‎ ‎ Gamtaan Afriikaa (AU) fi Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii (UN) nagaa, tasgabbiifi misooma waaraa mirkaneessuuf hariiroo qaban daran cimsuun waliin hojjachuu akka itti fufan beeksisaniiru. Yaa’ii waloo…

Continue ReadingAU fi UN nagaa, tasgabbiifi misooma waaraa mirkaneessuuf waliin hojjachuu akka itti fufan ibsan

Afriikaan rakkoo misoomaa furuuf AItti haalaan fayyadamuu akka qabdu ibsame

AMN PLUS - Sadaasa 4/2018 Afriikaan rakkoo misoomaa ishee furuuf Hubannoo Namtolchee (AI)tti haalaan dhimma bahuu akka qabdu Pirezidaantiin Riwaandaa Pool Kaagaamee ibsaniiru. Pirezidaantichi kana kan ibsan Yaa’ii Afriikaa Ceesisuu…

Continue ReadingAfriikaan rakkoo misoomaa furuuf AItti haalaan fayyadamuu akka qabdu ibsame

Lammiilee biyyatti deebi’an Kuma 6 ol ta’aniif deggersi hawaasummaa taasifamuun ibsame

AMN PLUS- Sadaasa 4/2018 Kurmaana 1ffaa Bara Baajataa 2018tti lammiilee biyya alaatii deebi’an Kuma 6 ol ta’aniif deggersi taasifamee gara maatii isaaniitti deebisuun akka danda’ame Deetaan Ministira Dubartootaafi Dhimma Hawaasummaa…

Continue ReadingLammiilee biyyatti deebi’an Kuma 6 ol ta’aniif deggersi hawaasummaa taasifamuun ibsame

Fiilmiin “Sila Innaat Midir” jedhu seenaa dhugaa Raayyaa Ittisa Biyyaa irratti xiyyeeffate Badhaasa “AMA” injifate

AMN PLUS- Sadaasa 4/2018 Fiilmiin mata duree "Sila Innat Midir" jedhuun Haleellaa Ajaja Kaabaafi Duula Seera Kabachiisuu taasifame irratti xiyyeeffate badhaasa 'African Movie Academy' injifateera. Fiilmichi Bitootessa 14/2016 kan eebbifame…

Continue ReadingFiilmiin “Sila Innaat Midir” jedhu seenaa dhugaa Raayyaa Ittisa Biyyaa irratti xiyyeeffate Badhaasa “AMA” injifate

Murtoo abjuutiin Itoophiyaan ulaa galaanaa dhabde- Ambaasaaddar Diinaa Muftii

‎AMN PLUS - Sadaasa 3/2018 ‎Murtoo shira xaxameen Itoophiyaan ulaa Galaana Diimaa akka dhabde Ambaasaaddar Diinaa Muftii ibsan. ‎Ambaasaaddar Diinaan turtii AMN PLUS waliin taasisaniin "ulaa galaanaa dhabuu beekna malee…

Continue ReadingMurtoo abjuutiin Itoophiyaan ulaa galaanaa dhabde- Ambaasaaddar Diinaa Muftii

Angoolaan guyyaa Walabummaa waggaa 50ffaa kabajduuf Arjantiinaa affeerte

AMN PLUS- Sadaasa 3/2018 Liyoonel Meesiifi Shaampiyoonaan Addunyaa Arjantiinaan kabaja guyyaa walabummaa Angoolaa 50ffaa irratti argamuuf gara Luwaandaatti akka imalan beekameera. Angoolaan Porchugaal irraa bara bilisa itti baate 50ffaa kabajuuf,…

Continue ReadingAngoolaan guyyaa Walabummaa waggaa 50ffaa kabajduuf Arjantiinaa affeerte

Miidhaalee koorniyaa bu’uureffatan hambisuuf qindoominaan hojettamaa jira

AMN PLUS-Sadaasa 3/2018 Miidhaa Koorniyaa bu'uureffatee dubartoota irra gahu hambisuuf qaamoolee dhimiichii ilaallatuu waliin hojeechaa jirachuu Biiroon Dhimma Dubartootaa, Daa'immaanifi Hawaasummaa Magaalaa Finfinnee beeksise. Biirichi guyyaa sosoochii mormii koorniyaa akka…

Continue ReadingMiidhaalee koorniyaa bu’uureffatan hambisuuf qindoominaan hojettamaa jira

Koyyee Facceetti Ijaarsi daandiiwwanii Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee eegalchiise raawwii gaariirratti akka argaman himame

AMN PLUS- Sadaasa 3/2018 Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Koyyee Facceetti Ijaarsi daandiiwwanii tumsa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneen ijaaramaa jiran raawwii gaariirra jiraachuu Waajjirri Daandiiwwaanii fi Loojistiksii Kutaa Magaalaa Kooyyee Faccee hime.…

Continue ReadingKoyyee Facceetti Ijaarsi daandiiwwanii Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee eegalchiise raawwii gaariirratti akka argaman himame

Dhibee ‘Hemorrhagic Fever’ jedhamu akkamiin ifirraa ittisna?

AMN PLUS - Sadaasa 4/2018 Ministeerri Fayyaa, Naannoo Kibba Ityoophiyaa keessatti dhibeen 'Hemorrhagic Fever' jedhamu mudachuu isaa beeksise. Ministeerrii Fayyaa Ibsa gaazexeessummaa Inistiitiyuutii Fayyaa Hawaasaa Itoophiyaa fi Biiroolee Fayyaa Hawaasaa…

Continue ReadingDhibee ‘Hemorrhagic Fever’ jedhamu akkamiin ifirraa ittisna?