Tuurizimiirraa galiin doolaara biliyoona 1.4 argameera- Salaamaawiit Kaasaa

AMN PLUS-Sadaasa 8/2018 Tuurizimiirraa galiin doolaara biliyoona 1.4 argamuu Ministirri Tuurizimii Salaamaawiit Kaasaa beeksisan. Galiin kun kan argame kurmaana jalqabaa bara 2018tti tahuu Ministirittiin wayita Koree Dhaabbii Dhimmoota Daldalaafi Tuurizimii…

Continue ReadingTuurizimiirraa galiin doolaara biliyoona 1.4 argameera- Salaamaawiit Kaasaa

Sigiga Lafaa Indooneeshiyaatiin yoo xiqqaate lubbuun namoota 18 darbe

AMN PLUS- Sadaasa 8/2018 Balaa sigiga lafaa Indooneeshiyaa bulchiinsota naannoo Giddugaleessa Jaavaa lama keessatti uumameen yoo xiqqaate lubbuun namoota 18 darbeera. Rooba cimaa guyyoota shanan darbanitti bulchiinsota lamaan keessatti roobeen,…

Continue ReadingSigiga Lafaa Indooneeshiyaatiin yoo xiqqaate lubbuun namoota 18 darbe

Abbaan Taayitichaa Qondaaltota Kuma 6 ol Leenjisuu eegale

AMN PLUS-Sadaasa 8/2018 Abbaan Taayitaa Kabachiisa Dambii Magaalaa Finfinnee Qondaaltota kabachiisa Dambii Kuma 6 ol Yunivarsiitii Poolisii Federaalaatti Leenjisuu eegaluusaa ibse. Hoji Gaggeessaa Olaanaan Abbaa Taayitichaa Kumaalaa Zarihuun Tafarraa tajaajila…

Continue ReadingAbbaan Taayitichaa Qondaaltota Kuma 6 ol Leenjisuu eegale

Dhibee Maarbargiin wal qabatee lubbuun namoota 6 darbuu Ministeerri Fayyaa beeksise

AMN PLUS-Sadaasa 8/2018 Namoota mallattoo dhibee Maarbargiin shakkaman 17 keessaa 3 irratti dhibeen kun mul'achuu mirkanaa'eera. Namootni 3 dhibee kanaan qabamanii du'uu isaanii Ministeerri Fayyaa FDRI beeksiseera. Lubbuun namoota biroo…

Continue ReadingDhibee Maarbargiin wal qabatee lubbuun namoota 6 darbuu Ministeerri Fayyaa beeksise

Giddugalli AI yaadama ‘hin danda’amu’ jedhamu jijjiireera- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Sadaasa 8/2018 ‎Itoophiyaan dandeetti qabduun hojii ajaa'ibaa hojjechuu akka dandeessu Waajjirri olaanaan Inistitiyuutii Artefishaal Intalijansii Itoophiyaa agarsiistuu ta’uu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. ‎"Kaleessa Finfinnee xurooftuufi foolii…

Continue ReadingGiddugalli AI yaadama ‘hin danda’amu’ jedhamu jijjiireera- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Yaadamni Ida’amuu, hanqinoota federaalizimii sirrii hojiitti hiikuuf turan fureera- Hayyuu

AMN PLUS-Sadaasa 8,2018 Yaadamni Ida'amuu Ministira Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) fidan sirnoota bulchiinsaa jijjiiramaan dura turan keessatti federaalizimii hojiitti hiikuuf hanqinoota turan furuuf akka fayyadu Hayyuun Saayinsii Siyaasaa fi…

Continue ReadingYaadamni Ida’amuu, hanqinoota federaalizimii sirrii hojiitti hiikuuf turan fureera- Hayyuu

‎Giddu Galli Tajaajila Iddoo tokkoo Masoob (Kooraa) Naannoo Affaaritti hojii eegale

AMN PLUS- Sadaasa 8/2018 ‌‎Pirezidaantii Naannoo Affaar Awwal Aarbaa Giddu Gala Tajaajila Iddoo tokkoo Masoob (Kooraa) eebbisuun naannichatti hojii eegalchiisaniiru. ‎Giddugalichi keenniinsa tajaajilaa saffisiisuu, deddeebii abbaa dhimmaa hambisuu, tajàajila iftoomina…

Continue Reading‎Giddu Galli Tajaajila Iddoo tokkoo Masoob (Kooraa) Naannoo Affaaritti hojii eegale

Poorchugaal Armeeniya 9-1’n injifachuun Waancaa Addunyaaf dabarte

AMN PLUS- Sadaasa 07/2018 Biyyi Kiristiyaanoo Ronaaldoo kaardii diimaan dhabde Poorchugaal Armeeniya 9-1'n injifachuun Waancaa Addunyaaf dabarte. Ronaaldoon tapha murteessaa kanarra dhabamuunsaa biyyattii muddama keessa galchee turus Waancaa Addunyaa Bara…

Continue ReadingPoorchugaal Armeeniya 9-1’n injifachuun Waancaa Addunyaaf dabarte

MM Abiyyi Ahimad Waajjira Inistitiyuutii Artefishaal Intalijansii haaraa eebbisan

AMN PLUS- Sadaasa 7/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) gamoo Inistitiyuutii Artefishaal Intalijansii Itoophiyaa bifa haaraan ijaarame eebbisan Dooktar Abiyyi ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, walakkeessa Finfinneetti waggaa tokko…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Waajjira Inistitiyuutii Artefishaal Intalijansii haaraa eebbisan