Sagaleen Afriikaa addunyaa irratti dhageettii argateera- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

You are currently viewing Sagaleen Afriikaa addunyaa irratti dhageettii argateera- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS – Sadaasa 5/2018

Afrikaan konfiraansii Jijjiirama Qilleensaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (COP 30) bara 2025 Biraazil Beelem keessatti gaggeeffame irratti sagalee tokkoon dubbattee addunyaan dhaggeeffatteetti jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD).

Itoophiyaan yaa’ii 32ffaa akka qopheessituuf Gareen Mariisistoota Afrikaa sagalee guutuun deeggaruu isaaniif galata onnee irraa qaban ibsaniiru.

Carraa Itoophiyaafi Afriikaaf kenname kanaaf gammachuu qabna kan jedhan Dooktar Abiyyi, rakkoo waloo addunyaa kan ta’e Jijjiirama Qilleensaa qolachuuf mariiwwan taasifaman keessatti Itoophiyaan shoora adda durummaa akka bahattu eeran.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply