“Dirreen taphaa Istaadiyeemii ‘Adey Ababaa’ beekamtii FIFA argachuusaatiin gammadneerra” Kantiibaa Adaanech Abeebee

You are currently viewing “Dirreen taphaa Istaadiyeemii ‘Adey Ababaa’ beekamtii FIFA argachuusaatiin gammadneerra” Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Amajjii 6/2018

Dirreen taphaa Istaadiyemii Adeey Ababaa ‘FIFA’dhaan gamaaggamamee beekamtii argachuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan.

Dirreen taphaa istaadiyeemichaa qorannoowwan garaagaraa bu’aa olaanaan dabruudhaani beekamtiin kan laatameef jedhan Aadde Adaanech.

Milkaa’ina kanaaf ergaa baga gammaddan jedhu karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply