Ijaarsaa fi qophaa’ummaa dhaabbilee mirkaneessuun itti gaafatamummaa mootummaati – Dooktar Abiyyi Ahimad

You are currently viewing Ijaarsaa fi qophaa’ummaa dhaabbilee mirkaneessuun itti gaafatamummaa mootummaati – Dooktar Abiyyi Ahimad

AMN PLUS- Amajji 7/ 2018

Ijaarsaa fi qophaa’ummaa dhaabbilee mirkaneessuun itti gaafatamummaa mootummaati jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD).

Kanarraa ka’uun dhaabbilee Faayinaansii fi damee Diinagdee cimsuuf yaadamee tarkaanfiiwwan bal’aan fudhatameera jedhan.

Har’a waaree booda Konfiraansiin ‘Milkii Faayinaansii Itoophiyaatti’ mata duree jedhuun gaggeeffame imala Fooyyeessii diinagdee Gooruu gamaaggamuu fi miil’annaa duraa yeroo itti aanuu kaa’uuf waltajjii faayidaa qabu ture jechuun ibsan.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply