Kantiibaa Adaanech Abeebee sadarkaa hojiin misooma Kooridarii Magaalaa Bishooftuu irra jiru daawwatan

You are currently viewing Kantiibaa Adaanech Abeebee sadarkaa hojiin misooma Kooridarii Magaalaa Bishooftuu irra jiru daawwatan

AMN PLUS- Waxabajjii 5/2017

Kantiibaa Adaanech Abeebee sadarkaa hojiin misooma Kooridarii Magaalaa Bishooftuu irra jiru daawwataniiru.

Kantiibaa Adaanech Abeebee fuula miidiyaa hawaasaa isaanirratti dabarsaniin, misoomni kooridari Magaalaa Finfinnetti eegalame akka guutuu biyyaatti babala’atuufi uummata keenya fayyadamaa akka taasisuu ergama Minisirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) nutti kennaniin misooma kooridari Magaalaa Bishooftuu naanna’anii daawwachuu isaanii eeraniiru.

Hojichi eegalamee sadarkaa kanarra akka gahuuf hojii Bulchiinsi Magaalaa Bishooftuu hojjete kan jajjabeefamudha. Hojiin hafes yeroo gababaa keessatti xumuruun tajaajila uummataaf banaa gochuuf tumsaan ni hojjenna jedhaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply