Manni Maree Federeeshinii yaa’ii idilee isaa jalqabaa adeemsisaa jira

You are currently viewing Manni Maree Federeeshinii yaa’ii idilee isaa jalqabaa adeemsisaa jira

‎AMN PLUS- Fulbaana 27/2018

‎Manni Maree Federeeshinii yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 5ffaa, bara Paarlaamaa 6ffaa, ajandaawwan irratti mari’atu raggaasisuun jalqabeera.

‎Manni Marichaa qaboowwan yaa’ii bara Paarlaamaa 6ffaa, bara hojii 4ffaa, yaa’ii idilee 1ffaa isaa qorachuun raggaasisee jira.

‎Yaa’iin idilee kan itti fufe yoo ta’u, ajandaawwan biroo irratti bal’inaan mari’achuun murtoo akka dabarsu odeeffannoon mana marichaa irraa argame ni mul’isa.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply