Itoophiyaan gocha hannaafi qabeenya miliqsuu ni jibbiti- Abiyyi Ahimad(PhD)

‎AMN PLUS-Fulbaana 28/2018 “Itoophiyaan badhaadhina waan barbaadduuf hanna, qabeenya miliqsuufi dadhabina ni jibbiti jedhan Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Kanaafis biyya badhaate dabarsanii kennuuf cimanii hojjachuun hundumaa irraa akka eegamu…

Continue ReadingItoophiyaan gocha hannaafi qabeenya miliqsuu ni jibbiti- Abiyyi Ahimad(PhD)

Milkaa’inni damee anniisaan Itoophiyaatti galmaa’e fakkeenya hojii hooggansa qindaa’aati- Forbes

AMN Plus- Fulbaana 28/2018 Saaliim Alii, Saayintistii Yuunivarsitii Dalawaare yoo ta’an, barreeffama barruu Forbes irratti maxxansiisaniin, hooggansi mootummaa qindoomina qabu hojii kamiyyuu galmaan ga’uu irraa duubatti akka hin jenne, Itoophiyaan…

Continue ReadingMilkaa’inni damee anniisaan Itoophiyaatti galmaa’e fakkeenya hojii hooggansa qindaa’aati- Forbes

Maallaqa kaffalaa gibiraan biyya ijaaraa jirra- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN Plus - Fulbaana 28/2018 ‎Galii kaffaltoota gibiraa amanamoo irraa argamuun biyyi ijaaramaa jirti jechuun Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) dubbatan. ‎Dooktar Abiyyi sirna beekantii fi badhaasaa kaffaltoota gibiraa amanamoo…

Continue ReadingMaallaqa kaffalaa gibiraan biyya ijaaraa jirra- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Kantiibaa Adaanech qaamolee milkaa’ina taateewwan Finfinneef gumaacha taasisan galateeffatan

AMN Plus - Fulbaana 28/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee taateewwan magaalaa, biyyaalessaafi idil addunyaa Finfinneetti qophaa'an akka milkiin xumuramaniif qaamolee gumaacha taasisan galateeffatan. Baatii Fulbaanaa keessa ayyaanitni Masqalaafi…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech qaamolee milkaa’ina taateewwan Finfinneef gumaacha taasisan galateeffatan

Itoophiyaan gulaallii Waancaa Addunyaan Giinii Bisa’oo waliin har’a morkatti

AMN Plus - Fulbaana 28/2018 Gulaallii Waancaa Addunyaan taphoota ramaddii kan xumuraa lameen taphachuuf Gareen Biyyaalessaa Itoophiyaa Ruwaandaa magaalaa Kiigaaliitti argama. Guyyaa har'aas tapha 9ffaa garee Giinii Bisa'oo waliin har'a…

Continue ReadingItoophiyaan gulaallii Waancaa Addunyaan Giinii Bisa’oo waliin har’a morkatti

MM Abiyyi Ahimad (PhD) Kaffaltoota Gibiraa Amanamoof beekamtii kennan

AMN PLUS- Fulbaana 27/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) sagantaa beekamtii kaffaltoota gibiraa amanamoo marsaa 7ffaan lammiilee badhaafamaniif ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru. Ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin "Bara darbe…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) Kaffaltoota Gibiraa Amanamoof beekamtii kennan

‎”Dur biyya alaa ilaaleen hinaafa ture, amma Finfinneen Niwuyoorkiin taateetti”- Artiisti Qamar Yuusuf

‎AMN PLUS - Fulbaana 27/2018 ‎Miidhaginni Finfinnee gaggeessaa dura taa'aan osoo hin taane gaggeessaa dura deemaan kan milkaa'e ta'uu Artiist Qamar Yusuuf dubbate. “Finfinnee Ya Finfinnee” jedhee magaalaa kanaaf kan…

Continue Reading‎”Dur biyya alaa ilaaleen hinaafa ture, amma Finfinneen Niwuyoorkiin taateetti”- Artiisti Qamar Yuusuf

Af-yaa’ii Buzeenaa Alkadir Kabaja Guyyaa Ayyaana Sabaafi Sablammootaa ilaalchisee koree Qindeessituu waliin mari’atan

AMN Plus- Fulbaana 27/2018 Af-yaa’iin Mana Maree Magaalaa Finfinnee Aadde Buzeenaa Al-kadir Kabaja Guyyaa Ayyaana Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itoophiyaa ilaalchisee dhaabbilee miseensa koree Qindeessituu fi af-yaa’iwwan kutaalee magaalaa waliin…

Continue ReadingAf-yaa’ii Buzeenaa Alkadir Kabaja Guyyaa Ayyaana Sabaafi Sablammootaa ilaalchisee koree Qindeessituu waliin mari’atan