Af-yaa’ii Buzeenaa Alkadir Kabaja Guyyaa Ayyaana Sabaafi Sablammootaa ilaalchisee koree Qindeessituu waliin mari’atan

AMN Plus- Fulbaana 27/2018 Af-yaa’iin Mana Maree Magaalaa Finfinnee Aadde Buzeenaa Al-kadir Kabaja Guyyaa Ayyaana Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itoophiyaa ilaalchisee dhaabbilee miseensa koree Qindeessituu fi af-yaa’iwwan kutaalee magaalaa waliin…

Continue ReadingAf-yaa’ii Buzeenaa Alkadir Kabaja Guyyaa Ayyaana Sabaafi Sablammootaa ilaalchisee koree Qindeessituu waliin mari’atan

Magaalaan Finfinnee fi Gareen Daandii Qilleensaa Itoophiyaa walii galtee hojii waliin mallatteessan

‎AMN PLUS - Fulbaana 27/2018 ‎Magaalaan Finfinnee fi Gareen Daandii Qilleensaa Itoophiyaa walii galtee waliin isaan hojjechiisuu dandeessisu mallatteessaniiru. ‎Sirni mallattoo kun Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee fi Hoji…

Continue ReadingMagaalaan Finfinnee fi Gareen Daandii Qilleensaa Itoophiyaa walii galtee hojii waliin mallatteessan

Chaayinaan barsiisota soorama ba’an kuma 7 deebistee qacaruufi

AMN PLUS – Fulbaana 27/2018 Chaayinaan barsiisota soorama ba’uun boqonnaarra jira kuma 7 deebistee qacaruuf akka jirtu ibsite. Barsiisotni kunniin, barattoota baadiyyaa Chaayinaa keessatti argaman akka barsiisaniif irra deebiin hojiif…

Continue ReadingChaayinaan barsiisota soorama ba’an kuma 7 deebistee qacaruufi

MM Abiyyi Ahimad (PhD) miidiyaa “Pulse of Africa” hojii eegalchiisan

AMN PLUS- Fulbaana 27/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) miidiyaa diijitaalaa Paan Afriikaa, "Pulse of Africa" hojii eegalchiisaniiru. Miidiyaa kana hojii eegalchiisuun odeeffannoo dharaa waa’ee Afriikaa miidiyaaleen addunyaa tamsaasan…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) miidiyaa “Pulse of Africa” hojii eegalchiisan

Manni Maree Federeeshinii yaa’ii idilee isaa jalqabaa adeemsisaa jira

‎AMN PLUS- Fulbaana 27/2018 ‎Manni Maree Federeeshinii yaa'ii idilee 1ffaa bara hojii 5ffaa, bara Paarlaamaa 6ffaa, ajandaawwan irratti mari'atu raggaasisuun jalqabeera. ‎Manni Marichaa qaboowwan yaa'ii bara Paarlaamaa 6ffaa, bara hojii…

Continue ReadingManni Maree Federeeshinii yaa’ii idilee isaa jalqabaa adeemsisaa jira

Ji’oota lama darban qofa buna gabaa alaatti ergme irraa galii Doolaarri miiliyoona 546 argame

AMN PLUS - Fulbaana 27/2018 Itoophiyaan ji’oota lamaan darban qofa buna toonii kuma 80 ol gara biyya alaatti erguun galii Doolaara miiliyoona 546 argachuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii beeksise.…

Continue ReadingJi’oota lama darban qofa buna gabaa alaatti ergme irraa galii Doolaarri miiliyoona 546 argame