Pirezidaant Taayyee Atsiqasilleesee Mooskoo dhaqan
AMN PLUS Ebla 30/2017 Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaasee guyyaa injifannoo Raashaa waggaa 80ffaa irratti hirmaachuuf Mooskoo dhaqaniiru. Waraanni addunyaa lammaffaa xumuramuu hordofee injifannoo Gamtaan Sooviyeet duraanii Naazii Jarman irratti goonfate…