Balballi Mootummaa mariif banaadha- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)
AMN PLUS- Bitootessa 11/2017 Balballi Mootummaa yeroo kamittu mariif banaa akka ta’e Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) dubatan. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)yaadaa fi gaaffii miseensota mana maree bakka bu’oota…