Misoomni Kooriidarii cimee itti fufa- Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee

‎AMN PLUS- Fulbaana 26/2018 ‎Hojiileen Misooma Koriidariifi misooma qindaawaa magaalaa eegalaman cimanii kan itti fufan ta'uu Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee ibsan. ‎Pirezidaant Taayyeen kallattii hojii mootummaa FDRI bara 2018 ilaalchisee…

Continue ReadingMisoomni Kooriidarii cimee itti fufa- Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee

Mootummaan bara 2018tti guddina diinagdee dhibbantaa 9 galmeessisuuf karoorfateera

AMN PLUS- Fulbaana 26/2018 Mootummaan Itoophiyaa bara bajata 2018tti guddina diinagdee dhibbantaa 9 galmeessisuuf karoorfachuu Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen himan. ‎Manni Maree Federeeshinii fi Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Itoophiyaa…

Continue ReadingMootummaan bara 2018tti guddina diinagdee dhibbantaa 9 galmeessisuuf karoorfateera

‎Mootummaan filannoon marsaa 7ffaa akka milkaa’u ni hojjata- Pir. Taayyee Atsqasillaasee

‎AMN PLUS- Fulbaana 26/2018 ‎Mootummaan Filannoo Biyyaalessaa Marsaa 7ffaa milkaa'inaan akka xumuramuuf akka hojjatu Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaasee ibsan. ‎Sirna baniinsa Mana Maree Federeeshinii fi Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa…

Continue Reading‎Mootummaan filannoon marsaa 7ffaa akka milkaa’u ni hojjata- Pir. Taayyee Atsqasillaasee

’Irreecha Hora Harsadee ulfoo keessanitti ulfina waan hortaniif galatoomaa” Shimallis Abdiisaa PMNO

Yeroon kennaa uumaati. Asaasa uumaatiin hogganamee seera uumamaatiinis qajeelfamee maree dhufee maree kan darbudha. Oromoon beekumsa xabboo muuxxannoo jireenyaan horachaa dhufe itita beekumsaa kuufameenis dhaha mataa isaa ijaarratee ilaalcha Addunyaawaa…

Continue Reading’Irreecha Hora Harsadee ulfoo keessanitti ulfina waan hortaniif galatoomaa” Shimallis Abdiisaa PMNO

Finfinneen hirmaattota ayyaanaafi tuuristootaaf mijooftuu taateetti- Kantiibaa Adaanach Abeebee

‎AMN PLUS-- Fulbaana 24/2018 ‎Finfinneen ayyaanota Addabaaabaayii, hirmaattotaafi tuuristoota Addunyaa mara irraa dhufaniif miidhagina dabalataafi mijooftuu ta'uu Kantiibaa Adaanach Abeebee ibsan ‎Kantiibaa Adaanach ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Ayyaanni Irreechaa…

Continue ReadingFinfinneen hirmaattota ayyaanaafi tuuristootaaf mijooftuu taateetti- Kantiibaa Adaanach Abeebee

Irreechi Hora Finfinnee haala miidhagaa ta’een ofkalleerra- Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa

AMN PLUS - Fulbaana 24/2018 Irreecha Hora Finfinnee Bara 2018, Hojii Misooma Kooridariitiin kan misoome Doloolloo Buddeenaa Ykn Paarkii Irreechaarratti, Burqaa Qulqulluu ganamaatti haala miidhagaan Irreeffachuun ofkaluu Abbaan Gadaa Tuulamaa…

Continue ReadingIrreechi Hora Finfinnee haala miidhagaa ta’een ofkalleerra- Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa

Haadholii Siinqeefi Abbootii Gadaa- Arsii Lixaafi Shaashamanneerraa

AMN PLUS- Fulbaana 23/2018 ‎Haadholii Siinqeefi Abbootii Gadaa Godina Arsii Lixaafi Magaalaa Shaashamannee Irraa Irreecha Hora Finfinneetti Guyyaa boruu Irreeffachuuf Dhufanif Hawaasni Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa simannaa taasisaniif. ‎Haadhiliin Siinqeefi…

Continue ReadingHaadholii Siinqeefi Abbootii Gadaa- Arsii Lixaafi Shaashamanneerraa

Misirroowwan Faaya Irreechaa ta’an

‎AMN PLUS- Fulbaana 23/2018 ‎Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Furiitti simannaa keessummootaa taasifamaa jiru irratti waan ajaa'ibsiisaa mudateera. ‎Misirroowwan cidha isaanii raawwatan Faaya Irreechaa baranaa ta'aniiru. ‎Keessumootni suuraa irratti argitan lamaan…

Continue ReadingMisirroowwan Faaya Irreechaa ta’an