Biyyoonni lameen tumsa gam-lamee cimsuuf mari’atan

AMN PLUS- Bitootessa 10/2017 Itoophiyaa fi Paakistaan tumsa gam-lamee cimsuuf mari’ataniiru. Paakistaanitti Ambaasaaddarri Itoophiyaa Jamaal Bakar Ministeera Dhimma Alaa Pakistaanitti Daarektara Jeneraalaa Dhimmoota Afriikaa Ambaasaaddar Ahimad Alii Siiroohey (Dr.) waliin…

Continue ReadingBiyyoonni lameen tumsa gam-lamee cimsuuf mari’atan

Deeggarsa Tiraampin Waancaa Addunyaa ni injifanna – Poochitiinoo

AMN PLUS- Bitootessa 10/2017 Leenjisaan Garee Biyyaalessa Ameerikaa Moorisiyoo Poochitiinoon waancaa addunyaa bara 2026 qopheessummaa USA,Kanaadaa fi Meeksikoon gaggeeffamu irratti hirmaannaa garee isaanii yoo ibsan yoo xiqqaate walakkaa xumuraa gahuuf…

Continue ReadingDeeggarsa Tiraampin Waancaa Addunyaa ni injifanna – Poochitiinoo

Gareen Atileetiksii Itoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii idil addunyaa mana keessaarratti hirmaachuuf Chaayinaa dhaqe

AMN - Bitootessa 10/2017 Gareen Atileetiksii Itoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii idil addunyaa mana keessaarratti hirmaachuuf eda galgala Chaayinaa, Naanjiing dhaqeera. Ministir Deetaan Ministeera Aadaafi Ispoortii Obbo Makkiyyuu Mahaammad buufata xiyyaaraa idil…

Continue ReadingGareen Atileetiksii Itoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii idil addunyaa mana keessaarratti hirmaachuuf Chaayinaa dhaqe

Boordiin Investimantii Oromiyaa Abbootii Qabeenyaa kuma 2 fi 500 oliif lafa Investimantii murteesse

AMN PLUS- Bitootessa 9/2017 Boordiin Investimantii Oromiyaa Abbootii Qabeenyaa kuma 2 fi 500 ol, Kaappitaala Birrii Biiliyoona 72 ol galmeessaniif lafa Investimantii murteesseera. Boordichi walgahii har'a taa'een Abbootii Qabeenyaa biyya…

Continue ReadingBoordiin Investimantii Oromiyaa Abbootii Qabeenyaa kuma 2 fi 500 oliif lafa Investimantii murteesse

Naannoo Oromiyaatti Xaa’oo kuntaala mil.10.5 dhiyeessuuf hojjetamaa jira

AMN PLUS- Bitootessa 9/2017 Naannoo Oromiyaatti Xaa'oo kuntaala mil.10.5 dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera. Ejensiin Babal'ina Waldaa Hojii Gamtaa Oromiyaa dhiyeessaa fi raabsaa xaa'oo bara 2017/18 ilaalchisuun miidiyaaleef ibsa kenneera. Hoogganaan…

Continue ReadingNaannoo Oromiyaatti Xaa’oo kuntaala mil.10.5 dhiyeessuuf hojjetamaa jira

Giddugalli Leenjii Loltummaa Huursoo miseensota raayyaa Kabachiisa Nageenyaa eebbisiie

AMN PLUS- Bitootessa 9/2017 Raayyaan Ittisa Biyyaa Giddugala Leenjii Loltummaa Huursootti miseensota raayyaa nageenya kabachiisan eebbisiiseera Sagantaa eebbaa kanarratti kan argaman Raayyaa Ittisa Biyyaatti Hogganaan Qajeelcha Olaanaa Mahaandisii Leetenaal Jeneraal…

Continue ReadingGiddugalli Leenjii Loltummaa Huursoo miseensota raayyaa Kabachiisa Nageenyaa eebbisiie

Daandiin Qilleenssa Itoophiyaa Xiyyaara balallii VIP fi Chaartarii addaaf oolu gara biyyaatti galche

AMN PLUS- Bitootessa 8/2017 Daandiin Qilleenssa Itoophiyaa Xiyyaara balallii VIPi fi Chhartarii addaaf oolu Boiyiingii Buzinasii 737- 800 guyyaa har'aa gara biyyaatti gahachuusaa beeksiseera. Xiyyaarri bizinasii kun keesattuu Afrikaa keessatti…

Continue ReadingDaandiin Qilleenssa Itoophiyaa Xiyyaara balallii VIP fi Chaartarii addaaf oolu gara biyyaatti galche

Lammileen Itoophiyaa 53 Biyya Maayinaamaaritti haalaa mijataa hintaane keessa turan gara biyyaatti deebi’an

AMN PLUS- Bitootessa 8/2017 Mootummaan diploomaasii lammiilee irraatti xiyyeeffatee socho’uun lammileen Itoophiyaa 53 Biyya Maayinaamar keessatti haalaa mijata hintaane keessa turan gara biyyaatti deebisuun danda’ameera. Lammileen Itoophiyaa kunneen ukkafamuu Maayinaamaarii…

Continue ReadingLammileen Itoophiyaa 53 Biyya Maayinaamaaritti haalaa mijataa hintaane keessa turan gara biyyaatti deebi’an