Kitaabni seenaa Dr. Mahammad Raashaad Abdullee eebbifame
AMN PLUS, Guraandhala 14, 2017 Sirni eebba kitaaba seenaa Dr. Mahammad Raashad Abdullee iddoo hayyoonni seenaa, jaarsoliifi uummanni Oromoo hedduun argaman Finfinnee Hootela Ililliitti gaggeeffameraa. Dooktar Muhaammad Rashaad, hayyuu guddaa…