Mootummaan waadaa gochaan ibsuun imala Olka’iinsa Itoophiyaa milkeessaa jira – TKM

AMN Plus - Fulbaana 23/2018 Mootummaan waadaa gochaan ibsuun Olka’iinsa Itoophiyaa milkeessaa jira jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Ergaan Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa akka itti aanutti dhiyaateera. Mootummaan waadaa gochaan ibsuun imala…

Continue ReadingMootummaan waadaa gochaan ibsuun imala Olka’iinsa Itoophiyaa milkeessaa jira – TKM

Baga Kabaja Ayyaana Irreechaa bara 2018tin Isin gahe, nuun gahe!

Ergaa Baga Geessanii Kantiibaa Adaanech Abeebee Ayyanni Irreecha Ummanni Oromoo sirana waaqa umaa umaatiif galata ittin dhiyessudha. Jaarmiyaalee Sirna Gadaa; kan Yuuneeskon Galmaahe, keessaa tokko kan ta'ee Ayyaanni Irreechaa calaqqeewwan…

Continue ReadingBaga Kabaja Ayyaana Irreechaa bara 2018tin Isin gahe, nuun gahe!

Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa ergaa “Baga Ittiin isin gahe” jedhu dabarse

‎AMN PLUS- Fulbaana 23/2018 ‎Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Irreecha barana kabajamuuf jiru ilaalchisuun ergaa "Baga Ittiin isin gahe" jedhu dabarseera. ‎Manni Marichaa ibsa hawwii gaarii AMN'f ergeen Itoophiyaan saboota,…

Continue ReadingManni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa ergaa “Baga Ittiin isin gahe” jedhu dabarse

Duudhaaleen aadaa Oromoo dhalootatti dabruu qabu- Abbaa Gadaa Lataa Birraa

‎AMN PLUS- Fulbaana23/2018 ‎Duudhaalee aadaa Oromoo osoo hin qisaasa’in dhalootatti dabarsuun akka barbaachisu Abbaan Gadaa Lataa Birraa hubachiisan. ‎Duudhaalee ibsituu aadaa oromoo araaraafi nageenya, jaalalafi tokkummaa dhalootaf dabarsuun nama hundarraa…

Continue ReadingDuudhaaleen aadaa Oromoo dhalootatti dabruu qabu- Abbaa Gadaa Lataa Birraa

“Baga Irreecha Malkaa nagaan geessan” MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS- Fulbaana 23/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Ayyaana Irreecha Malkaa Bara 2018 ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsan. Guutummaan ergaa isaanii akka itti aanutti dhiyaateera ‎Irreechi sirna galateeffannaa…

Continue Reading“Baga Irreecha Malkaa nagaan geessan” MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Israa’el gargaarsi akka Gaazaa hin seenne danquun mormii keessummeessaa jirti

AMN PLUS- Fulbaana 22/2018 Israa’el dooniiwwan gargaarsa fe’an Gaazaa akka hin seenne danquun wal qabatee mormii keessummeessaa jirti. Giriiki, Xaaliyaanii, Jarmanii, Tuunisiyaa fi Tarkiyeen danqaa Israa’el dooniiwwan Gaazaatti imalaa turan…

Continue ReadingIsraa’el gargaarsi akka Gaazaa hin seenne danquun mormii keessummeessaa jirti

Irreechi obbolummaafi tokkummaa biyyaaleessaa mirkaneessa- Aadde Alamtsahaayi Shifarraa

AMN Plus – Fulbaana 22/2018 Irreechiobbolummaafi tokkummaa biyyaaleessaa kan mirkaneessu guddina hawaasa diinagdee biyyaaf gumaachaa guddaa qaba jedhan Itti Aantuu I/G Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinneefi Itti Gaafatamtuun Damee…

Continue ReadingIrreechi obbolummaafi tokkummaa biyyaaleessaa mirkaneessa- Aadde Alamtsahaayi Shifarraa

Kabaja ayyaana Irreecha Hora Finfinnee sababeeffachuun daandiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta’an ifooman

AMN Plus- Fulbaana 22/2018 Poolisiin Magaalaa Finfinnee kabaja ayyaana Irreecha Hora Finfinnee sababeeffachuun daandiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta’an ifoomse. Haaluma kanaan boru waaree booda sa’aatii 6:00 irraa eegalee ayyaannichi kabajamee…

Continue ReadingKabaja ayyaana Irreecha Hora Finfinnee sababeeffachuun daandiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaa ta’an ifooman

MM Abiyyi Ahimad Warshaa Boba’aa Qulqulleessuufi Warshaa Xaa’oof dhagaa bu’uuraa kaa’an

AMN Plus- Fulbaana 22/2018 Har’a taatee seenaa Itoophiyaanota hunda boonsu raawwanneerra jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Dooktar Abiyyi Ahimad ijaarsa warshaa xaa’oo Yuuriyaa fi warshaa boba’aa calaluuf dhagaa…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Warshaa Boba’aa Qulqulleessuufi Warshaa Xaa’oof dhagaa bu’uuraa kaa’an