Toonii Bileer Gaazaa bulchuun barbaada jedhan
AMN PLUS- Fulbaana 16/2018 Ministirri Muummee UK duraanii Sar Toonii Bileer waraanni Israa'eeliifi Haamaas jidduutti taasifamaa jiru yoo xumuramu yeroodhaaf Gaazaa bulchuu akka barbaadan ibsaniiru. Toonii Bileer Bulchiinsa Pirezidaantii Tiraamp…