‎Eegumsi Poolisii Haroo Nigaatitti eegalameera- Komishiinii Poolisii Federaalaa.

‎AMN PLUS -Fulbaana 13/2018 ‎Yaaddoo nageenya qaama bishaanii gahuumsan eeguuf, eegumsi poolisii bishaan irraafi qarqara Haroo Nigaati eegalamuu isaa Komishinarri Jeneraalaa Poolisii Federaalaa Itoophiyaa Dammallaash G/Mikaa'el beeksisaniiru. ‎Yakkaa dursanii ittisuufi…

Continue Reading‎Eegumsi Poolisii Haroo Nigaatitti eegalameera- Komishiinii Poolisii Federaalaa.

Finfinnee fi Shaggar Fakkeenya Badhaadhina Afrikaa akka ta’an qindoominaan hojjachuuf waliigalan

‎AMN PLUS- Fulbaana 13/2018 ‎Waltajjiin marii karoora waloo Biiroo Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee Fi waajjira Bulchiinsaa Fi nageenyaa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Mana Abbichuutti adeemsifameera. ‎Qaamoleen Nageenyaa magaalota kanneenii…

Continue ReadingFinfinnee fi Shaggar Fakkeenya Badhaadhina Afrikaa akka ta’an qindoominaan hojjachuuf waliigalan

‎Milkaa’inaan xumuramuu Hidha Haaromsaaf hirirri deeggarsaa Magaalaa Hawaasatti ademsifamaa jira

‎AMN PLUS-Fulbaana 13/2018 ‎Milkaa'inaan xumuramuu Hidha Haaromsa hordofuun hirirrii deeggarsaa Naannoo Sidaamaa, Magaalaa Hawaasatti adeemsifamaa jira. ‎Xumuramuun hidha haaromsa mallattoo badhaadhina akkasumas kan tokkummaa akka ta'e ibsu. ‎Milkaa'inaan xumuramuun isaa…

Continue Reading‎Milkaa’inaan xumuramuu Hidha Haaromsaaf hirirri deeggarsaa Magaalaa Hawaasatti ademsifamaa jira

Addunyaan yeroo na gatte sana, haadha kootu nawaliin hafe- Osmaan Dembelee

AMN PLUS- Fulbaana 12/2018 Taphataan kilaba PSG Osmaan Dembeleen badhaasa Baalaandoor bara 2025 injifateera. Taphataan kun Kilaba Reensiitti mul'atee Borushiyaa Doortimanditti gahumsa ajaayibaa yeroo agarsiisu Baarseloonaan Paawondii miiliyoona 135.5'n isa…

Continue ReadingAddunyaan yeroo na gatte sana, haadha kootu nawaliin hafe- Osmaan Dembelee

Osmaan Dembelleen Badhaasa Baalaandoor 2025 injifate

AMN PLUS- Fulbaana 12/2017 Taphataan lammii Firaansiifi kilabii PSGf taphatu Osmaan Dembeleen badhaasa Baalaandoor bara 2025 injifate. Dembelleen bara dabarsine taphoota hundarratti gooliiwwan 37 lakkoofsise. Kilabasaa PSGf Waancaa Shaampiyoonsiliigii, Liigii-1…

Continue ReadingOsmaan Dembelleen Badhaasa Baalaandoor 2025 injifate

Jilli Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen durfamu Yaa’ii waliigalaa UN irratti hirmaachaa jira

‎AMN PLUS- Fulbaana 12/2018 ‎Jilli Pirezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen durfamu yaa'ii waliigalaa 80ffaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii irratti hirmaachaa jira. ‎Yaa'iin waliigalaa 80ffaan UN Ameerikaa Niwu Yoorkitti adeemsifamaa jira. ‎Yaa'ichi mata…

Continue ReadingJilli Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen durfamu Yaa’ii waliigalaa UN irratti hirmaachaa jira

Milkaa’ina ayyaanotaatiif miseensoota Waldaa Dubartootaa Finfinnee waliin mari’atame

AMN PLUS- Fulbaana 12/2018 Ayyaanni Masqalaa fi Irreechaa duudhaa amantaafi aadaa isaa eeggatee nagaan akka kabajamuuf dubartoonni gahee olaanaa qaban ba’achuu akka qaban Hooggantuun Biiroo Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingMilkaa’ina ayyaanotaatiif miseensoota Waldaa Dubartootaa Finfinnee waliin mari’atame

Eyyemni hojjattoota Herregaafi Ooditaroota 10 akka haqamu gaafatame

AMN PLUS – Fulbaana 12/2018 Biiroon Galiiwwanii Finfinnee ogeessota galmee kaffaltoota gibiraa qopheessuun dhiyeessan 13 keessaa dogoggora qabeenya mootumaa dhabsiisuu danda’u ogeessotaafi oodiitaroota raawwatan 10, eyyamni ogummaa isaanii akka haqamuuf…

Continue ReadingEyyemni hojjattoota Herregaafi Ooditaroota 10 akka haqamu gaafatame