Harar injifannoo misoomaa kan himtu qofa osoon taane kan hirmaattu taateetti- Obbo Tamasgeen Xurunaa

AMN PLUS- Fulbaana 12/2018 Ministirri Muummee Itti Aanaa Tamasgeen Xurunaa “Harar ashaaraafi halluu qaroomina duriin faayamtee, ijaarsi hidha haaromsaa xumuramuun injifannoo misoomaatiin hiriirteetti” jedhan, hiriira deeggersaafi gammachuu Hararitti adeemsifame irratti…

Continue ReadingHarar injifannoo misoomaa kan himtu qofa osoon taane kan hirmaattu taateetti- Obbo Tamasgeen Xurunaa

Magaalaan Shaggariifi Warshaan Daangotee waliin hojjachuuf sanada waliigaltee mallatteessan

AMN PLUS- Fulbaana 12/2028 Magaalaan Shaggariifi Daangotee Itoophiyaa magaalichatti warshaa simmintoo babal’isuuf sanada waliigaltee mallatteessaniiru. Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Kantiibaa Magaalaa Shaggar Tashoomaa Addunyaa (Dr.) fi Itoophiyaatti…

Continue ReadingMagaalaan Shaggariifi Warshaan Daangotee waliin hojjachuuf sanada waliigaltee mallatteessan

Finfinneetti miseensotni Kuma 5 fi 800 ol hojii eegumsaan leenji’aa turan eebbifaman

AMN PLUS- Fulbaana 12//2018 Nagaafi Tasgabbiin magaalaa Finfinnee itti fufiinsaan akka eegamuuf hawaasa leenjisuun naannoo isaa akka eegu taasisuun barbaachisaa ta’uu ibsameera. Biiroon Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee miseensota eegumsaa…

Continue ReadingFinfinneetti miseensotni Kuma 5 fi 800 ol hojii eegumsaan leenji’aa turan eebbifaman

Furmaatni Biyya Walabaa Lama hundeessuu “Two State Solution” rakkoo Israa’eliifi Paalastaayin gidduu akkamiin furuu danda’a?

AMN PLUS- Fulbaana 12/2018 Rakkoo Israa'eliifi Paalastaayin waggoota 75 oliif deemaa jiruuf falli barbaadamaa ture bu'aa fiduu dhabuu isaan sodaan duguuggaa sanyii uummata Paalaastiin irratti aggaamamee jiraachuu himama. Murtoowwan dhukaasa…

Continue ReadingFurmaatni Biyya Walabaa Lama hundeessuu “Two State Solution” rakkoo Israa’eliifi Paalastaayin gidduu akkamiin furuu danda’a?

Oromiyaan qonna ceesisuuf hojii fakkeenyummaa qabu hojjechaa jira- Obbo Addisuu

AMN PLUS- Fulbaana 12/2018 Biiroon Misooma Jallisiifi Horsisee Bulaa Oromiyaa Warshaa Mootoraa Jabduu waliin ta’uun paampiiwwan bishaanii kuma 26 ol fayyadamtootaaf dabarsee kenneera. Saganticharratti Ministira Ministeera Qonnaa obbo Addisuu Araggaa,…

Continue ReadingOromiyaan qonna ceesisuuf hojii fakkeenyummaa qabu hojjechaa jira- Obbo Addisuu

Ministeerichi, Ambaasaaddar Ayyalaa Liiree lubbuun darbuu isaaniin gadda itti dhagahame ibse

AMN PLUS- Fulbaana 12/2018 Kuubaatti Ergamaa Addaafi Ambaasaaddarri Angoo Guutuu Itoophiyaa Ayyalaa Liiree Jijaamoo boqochuu isaanii Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Ambaasaaddar Ayyalaan, Fulbaana 10, 2018 tasa lubbuun darbuu Ministeerichi beeksiseera.…

Continue ReadingMinisteerichi, Ambaasaaddar Ayyalaa Liiree lubbuun darbuu isaaniin gadda itti dhagahame ibse

‎Ayyaanota Masqalaafi Irreechaa mikeessuuf qindoominni Finfinneefi Shaggar murteessaadha jedhame

‎AMN PLUS- Fulbaana 12/2018 ‎Ayyaanota amantaafi ummataa addabaabaayiitti kabajaman lameen Ayyaana Masqalaafi Irreechaa karaa duudhaa eeggateefi nagayaan kabajuun haalota danda'amu irratti jiraattonni Finfinneefi Shaggar mari’atan. Maricha irratti hawaasni Magaalaa Finfinnee…

Continue Reading‎Ayyaanota Masqalaafi Irreechaa mikeessuuf qindoominni Finfinneefi Shaggar murteessaadha jedhame

Hidhi Haaromsa Itoophiyaa pirojektii yaadama ida’amuun ijaarameedha- Obbo Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS- Fulbaana 12/2018 ‎Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Hidhi Haaromsaa ijoollee Itiyoophiyaa misoomaaf kan qindeesse pirojektii yaadama ida'amuun ijaarameedha jedhan. ‎Obbo Tamasgeen Xurunaan ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin…

Continue ReadingHidhi Haaromsa Itoophiyaa pirojektii yaadama ida’amuun ijaarameedha- Obbo Tamasgeen Xurunaa