“Nama abbaa warraakoo ajjeeseef dhiifama godheera” Eriikaa Karki

‎AMN PLUS- Fulbaana12/2018 ‎Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi, Chaarlii Karki "Ameerikaaf goota guddaa" ta'uu dubbatan. Sirni yaadannoo kabajaa Karki bakka bulchiinsa Arizoonaatti bakka Pirezidaantiin Ameriikaa Doonaald Traampi fi namoonni kumaatamaan lakkaa'aman…

Continue Reading“Nama abbaa warraakoo ajjeeseef dhiifama godheera” Eriikaa Karki

Bara Haaraa ummata Goofaa ‘Yoo Masqalaafi Gaazee’ sababeeffachuun fiigichi KM 8 adeemsifame

AMN PLUS- Fulbaana 12/2018 Bara Haaraa ummata Goofaa 'Yoo Masqalaafi Gaazee' sababefachuun fiigichi daandiirraa KM 8, mata duree "Tokkummaafi Guddina godinaa koof nan fiiga" jedhuun adeemsifame. Qophessumaa FAN Itoophiyaa fi…

Continue ReadingBara Haaraa ummata Goofaa ‘Yoo Masqalaafi Gaazee’ sababeeffachuun fiigichi KM 8 adeemsifame

UK, Kanaadaa fi Awustraaliyaan Paalastiiniif beekamtii biyyummaa kennan

AMN PLUS- Fulbaana 11/2018 Mootummoonni Kanaadaa, UK fi Awustraaliyaa mootummaa haleellaa Israa'el jala jiru Paalastiiniif beekamtii biyyummaa kennan. Murtoon biyyoota kanneeniis, furmaata biyyoota walabaa lama gidduutti barbaadamu deeggaruuf ta'uu himameera.…

Continue ReadingUK, Kanaadaa fi Awustraaliyaan Paalastiiniif beekamtii biyyummaa kennan

Osmaan Dembelee, Laamiin Yaamaal, Raafiinihaa, boru eenyutu kubbaa warqee san dhungata?

AMN PLUS- Fulbaana 11/2017 Badhaasni Baalaandoor 69ffaan boru galgala tamsaasa kallattiin injifataa bara 2025 ifoomsa. Badhaasa kana Ronaaldiinihoon badhaafamaaf akka kennu beekameera. Bara dorgommii 2024/25tti taphattootni akka Osmaan Dembelee, Laamiin…

Continue ReadingOsmaan Dembelee, Laamiin Yaamaal, Raafiinihaa, boru eenyutu kubbaa warqee san dhungata?

Irreechi UNESCO’tti galmaa’uuf adeemsarra jira- Abbaa Gadaa Goobanaa Holaa

‎AMN PLUS - Fulbaana 11/2018 Ayyaanni Galateeffannaa, Tokkummaafi Araaraa ta'e Irreechi UNESCO'tti galmaa'uuf adeemsarra jira jedhan Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobanaa Holaa. ‎Ayaanni Irreechaa kun Magaalaa Finfinnee keessatti hanga bara 1904'tti…

Continue ReadingIrreechi UNESCO’tti galmaa’uuf adeemsarra jira- Abbaa Gadaa Goobanaa Holaa

Manni Barnootaa Leenjii Loltootaa Huursoo Qondaaltoota Waraanaa leenjisaa ture eebbise

AMN PLUS- Fulbaana 11/2018 Raayyaan Ittisaa Faayidaa biyyaalessaafi birmadummaa biyyaa kabachiisuuf yeroo kamiiyyuu caalaa qophummaa qaba jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan. Manni Barumsaa Qondaaltota waraanaa…

Continue ReadingManni Barnootaa Leenjii Loltootaa Huursoo Qondaaltoota Waraanaa leenjisaa ture eebbise

Kantiibaa Adaanech Abeebeen manneen kuma 1f 600 ol dabarsan

AMN PLUS- Fulbaanaa 11/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen manneen hojii tola ooltummaa gannaatiin ijaaraman kuma 1fi 671 lammiilee biyyaaf oolmaa guddaa oolaniifi maanguddoota dadhaboof dabarsan. Ijaarsi manneen kanneenii…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen manneen kuma 1f 600 ol dabarsan

Jilli Biskileettii Biyyaalessaa gara Kigaaliitti imale maal jedhe?

‎AMN PLUS- Fulbaana 11/2018 ‎Jilli Biskileettii Biyyaalessaa Itooophiyaa Dorgommii Shaampiyoonaa Addunyaa Ruwaandaa Kigaaliitti adeemsifamu irratti hirmaachuuf gara sanatti Imaluu isaa Ministeerri Aadaafi Ispoortii beeksise. ‎Dorgommii Shaampiyoonaa baranaa irratti biyyootni 100…

Continue ReadingJilli Biskileettii Biyyaalessaa gara Kigaaliitti imale maal jedhe?

Awurooppaatti haleellaan saayibarii balalii gufachiise

AMN PLUS - Fulbaana 10/2018 ‎Buufata Xiyyaaraa Heetroowufi biyyoota Awurooppaa biroo keessatti sababaa haleellaa saayibariitiin yeroon balalii akka dheeratu taasifame. ‎Haleellaan kun kompiyutaroota sa'aatii sakatta'iinsaafi imalaa akkasumas meeshaalee imaltootaa ittiin…

Continue ReadingAwurooppaatti haleellaan saayibarii balalii gufachiise