Godina Harargee Lixaatti Pirojektiin Jallisii Finnaa birrii Biiliyoona 1.7 xumuramuun eebbifame.
AMN PLUS-Fulbaana 9/2018 Godina Harargee Lixaa Aanaa Gumbii Bordoodeetti pirojaktiin jallisii Finnaa birrii biiliyoona 1.7 oliin hojjatamaa ture xumuranuun eebbifamuu isaa ibsame. Pirojektiwwan rakkoo ummataa furan babal'isuun fayyadamummaa hawaasaa qixa…