Itoophiyaa: Shaampiyoonii Atileetiksii Addunyaa Irratti
AMN PLUS - Fulbaana 2/2018 Shaampiyoonaan Atileetiksii waggaa lamatti si'a tokko gaggeeffamu irratti biyyoota toora meedaaliyaa keessaa seenan keessaa tokko biyya keenya Itoophiyaadha. Dorgomichaan maqaa guddaa kan qabdu Itoophiyaan bara…